Get Mystery Box with random crypto!

Gadaa Post

የቴሌግራም ቻናል አርማ gadaa_post — Gadaa Post G
የቴሌግራም ቻናል አርማ gadaa_post — Gadaa Post
የሰርጥ አድራሻ: @gadaa_post
ምድቦች: ዜና
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 15.36K
የሰርጥ መግለጫ

t.me/gadaa_post

Ratings & Reviews

4.00

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

1

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 5

2022-12-30 13:53:41
#Qormaata biyyaalessa

Firii qormaata yeroo dhiyoo keessatti ni beeksifna" taajajila maadalii barnoota Fi qormaata biyyaleessa

Taajajilichi qormaanni biyyaleessa kutaa 12ffaa kan marsaa lammaaffa nagaan xumuramu beeksiseera.

Qormaanni Kun Akka nagaan xumuramuufi namoota hojjetan kan gaalatefattee yoo ta'uu qormaatootaf immoo firii garii hawweera.

@Gadaa_post
1.6K viewsedited  10:53
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-12-28 19:08:20 Live stream scheduled for Dec 28 at 19:00
16:08
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-12-22 06:49:17
Birrii sobaa kuma dhibbaa 1 fi doolaara Ameerikaa namoota daddaabarsa turan 5 irratti murtiin dhiyaate.

Poliisiin Finfinnee Akka gabaaseetti namoonni dhunfaa kunnen kan to'aan Jala kan olaan kutaa magaalaa Araada Ganda 6 naannoo Afincoo baari jedhamuti.

Shakkamtoon mallaqaa sobaa Akka daddaabarsan eeru ummataarra keenamen Fi to'annoo poliisiin magaalaa finfinnee tasiiseen qabamu danda'uu poliisiin magaalaa finfinnee kan gabaasee yoo ta'uu yeroo sanaatti birrii sobaa kuma dhibbaa 1 Fi doolaar Ameerikaa kuma 7 Fi dhibbaa 1 harka isaan irratti Akka argamee ibsameera.

@Gadaa_post
405 viewsedited  03:49
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-12-22 06:30:23
lammileen kuma 1 ol sawud Arabiyaatti haala raakkisa keessa turan gara biyya isaan deebi'aniiru.

Laammileen Itiyoophiyaa kuma 1 fi 18 sawud Arabiyaatti haala raakkisa keessa turan gara biyya isaani deebi'uu ministeeri dhimma alaa beeksiseera.

@Gadaa_post
406 views03:30
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-22 22:08:05
lammiileen Itiyoophiyaa kuma 1 fi 30 sa'ud Arabiyaarraa gara biyya deebi'an.

Lammiilee Ityoophiyaa Marsaa 3ffaadhan hojii gara biyya deebisu hojjetamen walummaa gala lammiileen Itiyoophiyaa kuma 1 fi 30 gara biyya deebi'aniiru.

Lammiilee deebi'an keessaa 1026 dhiiroota fi 4 waggaan isaanii umrii 18 gadii ta'uu himameera.

Lammiilee deebi'aniif deeggarsii barbaachiisa fi kunnuuns barbaachiisu taasifamefii gara iddoo turtii qophaa'ef akka geefaman ragaan ministeera dhiimmaa hawaasummaarra arganne ni mul'dhisa.

@Gadaa_post
3.6K viewsedited  19:08
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-22 21:48:32
Muummeen ministiraa Dooktaar Abiy Ahimad guyyaa kaleessa marii Dargaggoota wajjiin taasisaniin gaaffii wa'ee yunivarsiitiiwwan fi Barsiisoota ka'eef kan duubataniiru.

@Gadaa_post
3.1K views18:48
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-21 14:57:39
#Muummee_ministiraa dooktaar_Abiy Ahimad

Dargaggoonni hojii irratti kan xiyyeeffatan biyyasaanii jaalachuuf kan dhama'an ,kennaa biyyasaanii kan misoomsan ,uumaasaanii kan galateeffatan ta'uu qaba.

Biyyasaanii Ityoophiyaa guddoo akka turte beekanii guddummaashee duraaniitti akka deebitu tokkummaa sabdaneessa cimsuun dirqama ijoollee biyya dinqii kanaati jedhaniiru muummeen ministiraa Dooktaar Abiy Ahimad .

@Gadaa_post
3.9K viewsedited  11:57
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-21 07:07:05
#Update: Gidduu galaa markatootti mankuusni jiguudhan namoota 6 lubbuun darban dabalatee namoota 7 irraa miidhaa cimaan gaheera.

Kannen keessaa 3 miidhaan olaanaan waan irraa qaqqabeef hospital Abet akka argaman bisirat FM gabaaseera.

Namoota lubbuun darban keessaa lamaa dubartoota yoo taa'an afur dhiiraa ta'uu bisirat fm gabaaseera.

Maddi : Bisirat FM 101.1

@Gadaa_post
3.5K viewsedited  04:07
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-21 06:37:14
magaalaa daaseetti balaa lolaa cimaan akka mudate beekame.

Magaalaa daseetti har'aa hagayya 14,2014 sa'aatii booda sa'aatii 9:00 irraa jalqabe sababa roobaa cimaa roobeen bakkeewwan magaalaa Adda addaatti balaan lolaa mudateera.

Balaa lolaa kanaan manneen jireenyaa irratti miidhaan qaqqabeera.

@Gadaa_post
3.1K viewsedited  03:37
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-20 20:29:25
Lubbuun namoota 6 darbe!

Magaalaa finfinnee Kutaa magaalaa Addis katamaa Aanaa 8tti mankuus jiguudhan lubbuu nama fi qabeenyaarra miidhaan qaqqabeera.

Odeeffannoo hanga ammattiin lubbuun namoota 6 kan darbe yoo ta'uu yeroodhaf namoota lakkoofsi isaanii hin beekamne irraa miidhaa cimaa fi salphaan qaqqabeera.

@Gadaa_post
3.3K views17:29
ክፈት / አስተያየት ይስጡ