Get Mystery Box with random crypto!

Gadaa Post

የቴሌግራም ቻናል አርማ gadaa_post — Gadaa Post G
የቴሌግራም ቻናል አርማ gadaa_post — Gadaa Post
የሰርጥ አድራሻ: @gadaa_post
ምድቦች: ዜና
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 15.36K
የሰርጥ መግለጫ

t.me/gadaa_post

Ratings & Reviews

4.00

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

1

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 6

2022-08-20 12:10:12
Haraaritti lammiilee kuma 5 wal'aansa fayya bilisa kennamuf akka taa'e ibsame.

Naannoo haraaritti lammiilee kuma 5 tajaajila wal'aansa fayyaa bilisa kennamuf akka taa'e biiroon fayyaa naannichaa beeksise.

Mata duree "Gaarummaan fayyaa keenyaaf " jedhuun hagayya 16 irraa egalee guyyoota itti anaan 6 akka kennamu ibsameera.

Itti gaafataman biiroo fayyaa naanichaa yaasin Abdulaahii akka ibsanitti taajajil wal'aansa fayyaa bilisa kan kennamu namoota humna hin qabne,waroota dandiirra bulaan kan fayyaadama taasisuudha jedhaniiru.

@Gadaa_post
3.5K viewsedited  09:10
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-20 00:24:45
Sudaanitti balaa lolaatiin manneen kuma 9 ta'an guutuuman guutuutti barbaadda'uu fi manneen kuma 27 irratti miidhaan akka gahu taasiseera.

Naannooleen sudaan xiqqoo hin jedhamne roobaa cimaa fi lolaadhan rakkaachuu ibsameera.

Torbee kana qofa biyyatiitti naannoo blue nile qofatti sudaanonni 77 lolaadhan fudhatamaniiru jedhameera.

Balaa kanan manneen kuma 9 guutuuman guutuutti barbaadda'u manneen kuma 27 ta'an irratti miidhaan qaqqaabu CGTN gabaaseera.

Akka gabaasichaatti balaa kanaan manneen barnoota dabalatee tajaajili ummata barbaadda'aniiru.

@Gadaa_post
3.5K viewsedited  21:24
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-20 00:08:52
In Suda flood, about 9 thousand houses were completely destroyed and about 27 thousand houses were damaged.

A few areas of Sudan have been affected by heavy rains and floods.

This week alone, 77 Sudanese were reportedly swept away by floods in the Blue Nile region of the country alone.

CGTN reported that about 9,000 houses were completely destroyed and 27,000 houses were damaged.

According to reports, other public facilities including schools were destroyed in the disaster.

@Gadaa_post
3.2K views21:08
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-19 23:00:29
Bulchiinsi lottoorri biyyaalessa lottoori diijitaala Adamaas marsaa 1ffaa har'aa hagayya 13 , 2014 baasuu ibseera.

Lakkoofsa abbaa carraa nama taasisan.

*carraa 1ffaa badhaasa birrii miiliyoona 1.5 lakkoofsi carraa :- 002031699514

*carraa 2ffaa badhaasa birrii kuma dhibbaa 8 lakkoofsi carraa :- 002294990063

* carraa 3ffaa badhaaasa birrii kuma dhibbaa 3 fi kuma 50 lakkoofsi carraa :- 002318579148

*carraa 4ffaa badhaasa birrii kuma dhibbaa 2 lakkoofsi carraa :- 002210849268

*carraa 5 ffaa badhaasa birrii kuma dhibbaa 1 fi kuma 60 lakkoofsi carraa :- 002133487616

*carraa 6ffaa badhaasa birrii kuma dhibbaa 1 fi kuma 20 lakkoofsi carraa :- 00230548051

*carraa 7ffaa badhaasa birrii kuma 90 lakkoofsi carraa :- 002137548817

Carraawwan kannen biroo hedduun bahu kan ibse lottooriin biyyaalessa yeroo itti Anu gabaasaa guutuu akka beeksisu ibseera.

@Gadaa_post
3.2K viewsedited  20:00
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-19 18:45:17
Abbaan ilmaa isaa lubbuu bararuuf lagaa nile seenee reeffii isaa argame.

Maqaan isaa Robert kwesi jedhama kan dhalatee ugaandaat yoo ta' uu lammuummaan isaa ammoo British waggaan isaa 48 .

Robert haadha mana isaa waliin fi ijoollee isaa 4 waliin gara uganda boqannaadhaf dhufaan Uganda dhufaanii osoo bashannana jiranii mucaan isaa umrii 12 yeroo daakkaa tureetti rakkoon waan mudaateef abbaan mucaa isaa qarqaruuf utaalee ni seena .

Homa abbaan mucaa isaa bararuus bakka buteen isaa garuu daqiiqaa saniira jalqabee ni dhaabama.

Hojeetooni lubbuu bararaan akkasuma waroonni tola- ooltota naannoo sanaa roobii darbeera jalqabe barbachaa ni taasisu achuuman reefii robert argataan.

Reefii Robert kwesi kan argame kutaa lagaa Nile keessa tokko jedhamera.

@Gadaa_post
3.3K views15:45
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-19 18:19:48
His name is Robert Kwesi, he is a native of Uganda and his nationality is British; He was 48 years old and a resident of England.

Robert will be vacationing in Uganda with his wife, Justine Katantazi, and their four children. While they are having fun in Uganda, a father jumps in to help his 12-year-old son when he is caught in a storm while swimming. Although the father saves his son, his dimness disappears from that moment.

Rescue workers and police divers, as well as local volunteers, have been searching since last Wednesday and have since recovered Robert's body.

Robert Kwesi's body was reportedly found in the first part of the Nile River.

Robert worked as a contractor repairing refrigerators and air conditioners.

The BBC wrote that he and his wife got married in Uganda a few weeks ago.

Yesterday, an English father jumped off a boat to save his son's life, but he died and his body was found in Italy.

@Gadaa_post
3.2K views15:19
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-19 16:19:04
Ministeerri fayyaa lammiilee kuma 100 tajaajilla walaa'ansa fayyaa bilisa akka kennu ibseera.

Ministeerri fayyaa federaala mata duree "Gaarummaan fayyaa keenyaaf"jedhun hagayya 16 hanga 21 bara 2014'tti lammiilee kuma 100 tajaajilla walaa'ansa fayyaa bilisa akka kennu beeksiseera.

Hirmaana walaa'ansa fayyaa bilisa kanarratti ogeeyyii biyya keessaa,dhunfaadhan,dhaabbata fayyaa mootummaa,tola-oltoota,waliin ta'uudhan gaggeessuuf karoorfame hojeetama akka jiru kan ibsame.

Dhiibeewwan walaa'ansa taasifaman keessaa, vaayarasii koroonaa , HIV ,dhiibee gogaa,qorannoo moormaa olii ,dhiibee shukkaara,wa'ee nyaatafi qorannoo ija keessatti argamu.

@Gadaa_post
3.3K viewsedited  13:19
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-18 21:06:16 #Jechoota_biyyoota

:- namni homaa hin beekne homaa hin shakku (Brazil)

:- hiriyaa barbaadda yoo ta 'e nama sirra fooyya'u soqii /barbaadi ( China )

:- Gootni gonkumaa duubaan hin waraanamu ( Bosnia)

:- Niitii bakka Irbaatti osoo hin taane bakka dalagaatti filadhu. ( Czech republic)

:- simbiroon sirbaa baay'iftu godoo ijaarrachuu hin dandeessu .( Cameroon)

:- namni naamusa hin qabne kabaja osoo hin argatiin du'a .( Iceland)

:- namoonni tokko tokko utuma bosona keessa deemanii qoraanni itti hin mul'atu (English)

:- Gadi fageenya lagaa miila kee lamaaniin hin safariin.( Ghana)

#Share

#Galatooma

@Gadaa_post
3.8K views18:06
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-18 16:08:17
Tajaajilli elektirikii Ityoophiyaa bara baajata 2014 kenniinsa tajaajilla walii galaa irratti gazexeesitootaaf ibsa kennerraa.

@Gadaa_post
3.6K views13:08
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-18 15:52:41
#Oduu_sobaa.

"mootummaan somalee ibsa har'aa baaseen pireezdantii naanniichaa obboo musxafee mahaammad irratti yaaliin ajjeechaa taasifameera jechuun odeeffannoon miidiyaalee hawaasaa irratti tamsa'ee sobaa jedhameera.

Mootummaan naannichaa guyyaa kaleessa miidiyaa hawaasaa gargaraarratti pireezdantii naannoo somalee obbo musxafee mahaammad irratti yaaliin ajjeechaa taasifameera jechuun oduun tamsa'ee dhugaarra kan fagaatee akka ta'ee ni beeksifna jedhan.

Guyyaa kaleessa odeeffannoon wa'ee pireezdantii naannoo somalee ilalaatu miidiyaa hawaasaa irratti tamsa'aa turaniiru.

@Gadaa_post
3.7K viewsedited  12:52
ክፈት / አስተያየት ይስጡ