Get Mystery Box with random crypto!

Gadaa Post

የቴሌግራም ቻናል አርማ gadaa_post — Gadaa Post G
የቴሌግራም ቻናል አርማ gadaa_post — Gadaa Post
የሰርጥ አድራሻ: @gadaa_post
ምድቦች: ዜና
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 15.36K
የሰርጥ መግለጫ

t.me/gadaa_post

Ratings & Reviews

4.00

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

1

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 7

2022-08-16 18:32:18
Raila Odinga says he will not accept the election results.

Kenya's electoral commission announced yesterday that President William Ruto has won the election.

In a statement hours later, Raila Odinga said the results were completely unacceptable and he would not accept them.

@Gadaa_post
4.3K views15:32
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-16 18:28:35
Raayilaa odiingaan Bu'aa filannoo hin fudhadhuu jedhaniiru.

Guyyaa kaleessa pireezdanti wiiliyaam ruutoo filannoo injifatuu isaanii komishiiniin filannoo keeniyaa beeksisun ni yaadatama.

Ibsa raayilaa odiingaa sa'aatii booda kennaniin Bu'aan filannoo guutuuman guutuutti fudhatama akka hin qabnefi isaaniis akka hin fudhanne beeksisaniiru.

@Gadaa_post
3.8K viewsedited  15:28
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-16 12:39:37
Magaalaa finfinneetti Bara barnoota dhufuuf barnoonni kan kennamu sirna barnoota duran fi kan haaraattiin ta'uu ibsameera.

Bara 2016 irraa eegalee sirni barnoota haaraan guutuuman guutuutti hojiirraa akka oluu biiroon barnoota magaalaa finfinnee beeksiseera.

Qormaata naannoo kutaa 6ffaa , qormaata biyyaalessa kutaa 8 ffaa fi qormaata seensaa manneen barnoota olaanoo kutaa 12ffaa ni ilalaata

@Gadaa_post
3.8K viewsedited  09:39
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-08-16 07:24:31
Ingland sababa qala'insa jireenyaattiin guyyaa barnoota shaniirraa gara sadii xiqeessuuf.

Manneen barnoota ingland keessaa jiran gatiin boba'aa dabaluufi qala'insa jireenyaa hordofudhaan barsiisoon miindaan akka dabalamuuf dhibaa taasisu isaanii the telegraph gabaaseera.

Kana hordofee barnoonni torbeedhan guyyaa shan kennama ture gara guyyaa sadiitti deebisudhaaf qophiirraa jirachuu gabaasichii beeksiseera.

Russia fi yukuren garaa waraana deemu isaanitiin gatiin boba'aa Addunyaa fi nyaata baay'ee dabalaa jira.

England to reduce five school days to three due to austerity

Schools in England are pushing for teachers to raise their salaries following rising fuel prices and the slaughter of living standards, the telegraph reports.

Following this, preparations are underway to reduce the five-day weekly classes to three days, the report said.

World oil and food prices are rising sharply as Russia and yukuren go to war.

@Gadaa_post
3.6K views04:24
ክፈት / አስተያየት ይስጡ