Get Mystery Box with random crypto!

Gadaa Post

የቴሌግራም ቻናል አርማ gadaa_post — Gadaa Post G
የቴሌግራም ቻናል አርማ gadaa_post — Gadaa Post
የሰርጥ አድራሻ: @gadaa_post
ምድቦች: ዜና
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 15.36K
የሰርጥ መግለጫ

t.me/gadaa_post

Ratings & Reviews

4.00

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

1

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 4

2023-01-27 21:21:17
ameerikaa keessaatti ajeechaan jumulaa dabalaa dhufee.

Biyyatiin ji'a tokko kan caalee keessatti ajeechaa jumulaa 40 ol keessumeesiteetti.

Bayyinaa namoota caalaa meeshaaleen waraanaa kan keessatti baaya'atuu bara faraanjoota haaraa2023 kanatti ajeecha jumulaatiin lammileen 70 'ajeefamaniiru.

@Gadaa_post
3.9K viewsedited  18:21
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-27 20:53:28
#update

Bara 2014 barattoonni kuma 899 fi 520 qormaata biyyaleessa kutaa 12 ffaa kan seensa yunivarsitii fuudhataaniiru.

Kannen keessaa qabxii walakka ol kan fidaan kuma 29 fi 909 qofa ta'uu ministeeraa barnoota birhaanu naggaa duubataniiru.


barattoonni qabxii %50 ol kan fidaan lakkoofsan xiqoo waan ta'eef ministeer barnoota sirna haaraa hordoofuuf karoorfachuu ministirichii ibseera.

Barattoonni walakka ol fidaan kuma 30 bara dhuufu kallattiidhan gara yunivarsiitii galaan barattoota waggaa 1 ni ta'uu jedhaniiru.

@gadaa_post
4.2K viewsedited  17:53
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-26 18:38:05
#Update

Firii Qormaata biyyaleessa kutaa 12ffaa barattoonni har'a galgala irraa eegalatanii ilaalu Akka dandeessan ibsameera.

*Website https://ears.edu.et/ ykn
*Ergaa gabaabaa 6284 irratti lakkoofsa registration kan keessan qofa eerguun ykn

*Tele gram : https://t.me/eaesbot irratti ilaalu Akka dandeessan ibsameera.

@Gadaa_post
5.4K views15:38
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-26 18:28:02
Mummeeen ministiraa Dooktaar Abiy Ahamad Fi jilli isaan daawwan hojiif sudaan kaartum gaalaniiru.

Daawwannaan hojii guyyaa tokkoof Akka turu ibsameera.

@Gadaa_post
4.7K views15:28
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-26 18:22:01
#oduu ammee.

Qormaanni biyyaleessa kutaa 12 ffaa har'a galgala sa'aatii 6'irraa eegalee Akka ifaa ta'uu gabaafameera.

Odeeffannoo haqa qabeessa argachuuf yeroo hunduma filannoo kan keessaan gadaa post godhaa.


@Gadaaa_post
4.5K views15:22
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-26 06:53:22
Biyyatiin Qonnaa ammaayyeesuun nyaatan of daanda'uun yaaliin gochaa jirtu biyyoota Afrikaaf fakkeenya Akka tatu himamee.

Ityoophiyaan Qonnaa Ammaayyeesuun nyaatan of danda'uuf taataafiin gochaa jirtuu biyyoota Afrikaaf fakkeenya Akka tatu ibsame.

@Gadaa_post
4.9K views03:53
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-24 16:23:53
Manni marichaa muudama ministirootaa 3 raggaasee.

Manni maree bakka bu'oota uummataa walga'ii idilee 9ffaa isaan muudama ministirootaa 3 raggaassisee.

Haaluma kannan :

1•dooktaar alaamu simmee ministeera lojeestikii Fi geejjibaa

2•dooktaar girmaa Amantee ministeera qonnaa

3•injinaar habaatamu tageenyi ministeera Albuuda ta'uudhan muudamaniiru.

@Gadaa_post
6.3K viewsedited  13:23
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-23 19:47:14
konkoolatoonni meeshaalee yaala fee'an maqaalee ga'aan.

Konkoolatoonni afur meeshaalee yaala fee'an magaalaa maqaalee gahu koomiteen fannoo diimaa addunyaa beeksiseera.

Meeshaaleen yaala kunneen dhabbilee fayyaa naannoo tigraayitti argaman keessatti kan rabbaasaman yoo ta'uu ministeera fayyaa fedeeraalatiin kan dhiyaate ta'uu ibsameera.

Meeshaalee yaalafi dhiyaatan keessaa haadholiifi daa'iman kan taajajilla keenan ta'uu fi meeshaaleen yaala biroo kan keessatti argaman ta'uu himameera.

@Gadaa_post
6.0K viewsedited  16:47
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-23 19:31:52
#oduu

Manni maree bakka bu'oota uummata guyyaa boruu muudama ministirootaa ni raggaasisa jedhamee eegama.

Manni marichaa walga'ii idilee 9ffaa bara hojii 2ffaa isaa guyyaa boruu ni gaggeessa.

Walga'iisaan qaboo yaa'ii walga'ii idilee 8ffaa bara hojii 2ffaa fi muudama ministirootaa raggaasisuu dabalatee dhimmoota garaagaraarratti kan mari'atu ta'uu ragaan mana marichaarraa argame ni mul'dhisa.

Maddi : fbc

@Gadaa_post
5.8K views16:31
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-09 18:02:34 yeroo dhiyooti nu eegadha
1.1K views15:02
ክፈት / አስተያየት ይስጡ