Get Mystery Box with random crypto!

konkoolatoonni meeshaalee yaala fee'an maqaalee ga'aan. Konko | Gadaa Post

konkoolatoonni meeshaalee yaala fee'an maqaalee ga'aan.

Konkoolatoonni afur meeshaalee yaala fee'an magaalaa maqaalee gahu koomiteen fannoo diimaa addunyaa beeksiseera.

Meeshaaleen yaala kunneen dhabbilee fayyaa naannoo tigraayitti argaman keessatti kan rabbaasaman yoo ta'uu ministeera fayyaa fedeeraalatiin kan dhiyaate ta'uu ibsameera.

Meeshaalee yaalafi dhiyaatan keessaa haadholiifi daa'iman kan taajajilla keenan ta'uu fi meeshaaleen yaala biroo kan keessatti argaman ta'uu himameera.

@Gadaa_post