Get Mystery Box with random crypto!

Manni marichaa muudama ministirootaa 3 raggaasee. Manni maree | Gadaa Post

Manni marichaa muudama ministirootaa 3 raggaasee.

Manni maree bakka bu'oota uummataa walga'ii idilee 9ffaa isaan muudama ministirootaa 3 raggaassisee.

Haaluma kannan :

1•dooktaar alaamu simmee ministeera lojeestikii Fi geejjibaa

2•dooktaar girmaa Amantee ministeera qonnaa

3•injinaar habaatamu tageenyi ministeera Albuuda ta'uudhan muudamaniiru.

@Gadaa_post