Get Mystery Box with random crypto!

Gadaa Post

የቴሌግራም ቻናል አርማ gadaa_post — Gadaa Post G
የቴሌግራም ቻናል አርማ gadaa_post — Gadaa Post
የሰርጥ አድራሻ: @gadaa_post
ምድቦች: ዜና
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 15.36K
የሰርጥ መግለጫ

t.me/gadaa_post

Ratings & Reviews

4.00

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

1

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች

2023-06-28 09:05:02 𝐻𝑜𝑟𝑑𝑜𝑓𝑡𝑜𝑜𝑡𝑎 𝑎𝑚𝑎𝑛𝑡𝑎 𝑚𝑢𝑠𝑖𝑙𝑖𝑚𝑎𝑎 ℎ𝑢𝑛𝑑𝑎𝑎𝑛 𝑏𝑎𝑔𝑎 𝑎𝑦𝑦𝑎𝑎𝑛𝑎 𝐼𝑑 𝐴𝑙-𝐴𝐷𝑎ℎ𝑎𝑎 1444 𝑓𝑓𝑎𝑎𝑛 𝑠𝑖𝑛 𝑔𝑎'𝑒 𝑎𝑦𝑦𝑎𝑎𝑛𝑎 𝑔𝑎𝑟𝑖𝑖.
2.5K views06:05
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-05-15 18:41:57 Akkam jirtu hordoftoota gadaapost yeroo dhiyoo keessatti nu egadhaa.
2.4K views15:41
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-04-24 07:04:28
#walii_galtee

Muummeen ministiraa Dooktaar Abiy Ahimad wa'ee walii galtee maal jedhaan.?

Walii galteen Shanee waliin taasifamu taanzaniyaatti ni gaggeefama.

walii galtee kana mootummaa Ityoophiyaa Fi uumman baay'eesee ni barbaada.

Lammileen walii galtee kana irratti hin hirmaannee guyyaa har'a kana Akka hin yaannee .

Waldhaabdeen, waraanarra Akka nama hin haambifnee beekni seeraa Fi sirna eegannee dhifaaman waliif gonnee biyyatti keenya waliin jabeessu Fi ijaarru ni dandeenya uummaan wallagaa rakkoo keessaa jiruurraa Akka obaafatu taasisuudhaaf lammiin kamiyyuu gahe isaan Akka bahan wammichaa kan Koo ni dhiyyeessaa.

Walii galtee kana ilaalchisee garee hidhaatoota Shanee irraa ibsi keennamu yoo jirate hordoofnee ni beeksifnaa.

@Gadaa_post
4.1K views04:04
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-04-23 08:24:48
#ODuu_Gaddaa

Qabsaa’aa fi weellisaa hangafa Zarihuun Wadaajoo du'aan Addunyaa kanarraa boqoteera.

Artist Zarihuun walleewwan qabsoo, Jaalalaa, jalala biyyaa fi kanneen biroo weellisuun kan beekamuu, Artistoota gameeyyii fi hangafa ta'an keessaa tokko.

Artisti Zarihuun Wadaajoo dhukkubsatee Hindiitti yaalamaa turuun, dhibeen itti hammaatee fayyuu waan hindandeenyeef, du’aan addunyaa kana irraa boqoteera.

@Gadaa_post
3.8K views05:24
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-04-23 07:43:02
sa'ud Arabiyaa fi kuweetti lammilee isaan suudaan keessaa baasu beeksisaan.

lammileen sa'ud Arabiyaa fi lammileen biyya alaa kannen biroo doonii lolatiin fe'amudhaan suudaan keessaa baasu beeksifteetti.

Dooniin Lola sa'ud Arabiyaa 4 lammilee sa'ud Arabiyaa fi lammilee biyyoota biroo suudaan port irraa gara jiidaa geessuu biyyatiin beeksifteetti.

Oduu Wal qabateen Ministeer dhimma alaa kuweetti lammileen biyyatti suudaan keessaa Turan nagaadhan kaartum keessaa bahu beeksiseera.

@Gadaa_post
3.4K views04:43
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-04-20 20:52:13 Baga ayyaana Iid Al -fIxirii 1,444ffaa geessan.

Ayyaana garii
465 views17:52
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-04-18 14:54:16
Namoonni dhunfaa yakkoota gargaraan shakkamanii qabaman turaan dhifaaman Akka gadii lakifaamna mootummaan yeroo naannoo tigraay beeksisee.

Hidhaan Namoota yakkoota garaagaraan shakkamanii qabaman Ture addaa cituu isaatiin dhiifaman Akka gadii lakkifaman murteessu mootummaan yeroo naannoo tigraay beeksiseera.

Bulchiisichii xalayaa ifaa taasiseen murtoonn Kun kan darbee walii galtee nageenya daraan cimsuuf Akka ta'ee mul'dhiseera.

@Gadaa_post
846 views11:54
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-04-17 05:22:38
ministeer Albuuda Sudaan Miseensi Maatii Isaan 2 Harka Ajjeeffamu Beeksisaan.


ministeer Albuudaa sudaan miseensi maatii 2 fi namoonni biroo sadii Ajjeefamu Beeksisaniiru.

Miseensi Maatii Isaan Fi Namoonni Biroo kan ajeeffaman yeroo haalleela xiyyaarra boonbii mana isaaniira bu'een ta'uu duubataniiru.

@gadaa_post
557 views02:22
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-04-16 11:46:42
Muumeen ministiraa dooktaar Abiy ahimad namoota harka qaalleyyiif maaddii qoodaan.

Muummee minstiraa Dooktaar Abiy ahimad ayyaana faasikaa sababeeffachuun namoota harka qaalleyyiif maaddii qoodaan .

namoota harka qaalleyyii 150 kutaa magaalaa gargaraa keessaa bahanii sirn maaddii qooduu gaggeeffameera.

@gadaa_post
439 viewsedited  08:46
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-04-16 10:16:37
Hordoftoota amantaa kiristaanaa hundaan Baga Ayyaana Du’aa ka’uu Yesuus Kiristoosiin Nagaan isin gahe .

Gadaa post yeroo hundummaa odeeffannoo haqa qabbeessa sinbiraan gahuuf ni hojjeeta.

@Gadaa_post
526 views07:16
ክፈት / አስተያየት ይስጡ