Get Mystery Box with random crypto!

#ODuu_Gaddaa Qabsaa’aa fi weellisaa hangafa Zarihuun Wadaajo | Gadaa Post

#ODuu_Gaddaa

Qabsaa’aa fi weellisaa hangafa Zarihuun Wadaajoo du'aan Addunyaa kanarraa boqoteera.

Artist Zarihuun walleewwan qabsoo, Jaalalaa, jalala biyyaa fi kanneen biroo weellisuun kan beekamuu, Artistoota gameeyyii fi hangafa ta'an keessaa tokko.

Artisti Zarihuun Wadaajoo dhukkubsatee Hindiitti yaalamaa turuun, dhibeen itti hammaatee fayyuu waan hindandeenyeef, du’aan addunyaa kana irraa boqoteera.

@Gadaa_post