Get Mystery Box with random crypto!

sa'ud Arabiyaa fi kuweetti lammilee isaan suudaan keessaa baas | Gadaa Post

sa'ud Arabiyaa fi kuweetti lammilee isaan suudaan keessaa baasu beeksisaan.

lammileen sa'ud Arabiyaa fi lammileen biyya alaa kannen biroo doonii lolatiin fe'amudhaan suudaan keessaa baasu beeksifteetti.

Dooniin Lola sa'ud Arabiyaa 4 lammilee sa'ud Arabiyaa fi lammilee biyyoota biroo suudaan port irraa gara jiidaa geessuu biyyatiin beeksifteetti.

Oduu Wal qabateen Ministeer dhimma alaa kuweetti lammileen biyyatti suudaan keessaa Turan nagaadhan kaartum keessaa bahu beeksiseera.

@Gadaa_post