Get Mystery Box with random crypto!

Namoonni dhunfaa yakkoota gargaraan shakkamanii qabaman turaan | Gadaa Post

Namoonni dhunfaa yakkoota gargaraan shakkamanii qabaman turaan dhifaaman Akka gadii lakifaamna mootummaan yeroo naannoo tigraay beeksisee.

Hidhaan Namoota yakkoota garaagaraan shakkamanii qabaman Ture addaa cituu isaatiin dhiifaman Akka gadii lakkifaman murteessu mootummaan yeroo naannoo tigraay beeksiseera.

Bulchiisichii xalayaa ifaa taasiseen murtoonn Kun kan darbee walii galtee nageenya daraan cimsuuf Akka ta'ee mul'dhiseera.

@Gadaa_post