Get Mystery Box with random crypto!

Muumeen ministiraa dooktaar Abiy ahimad namoota harka qaalleyy | Gadaa Post

Muumeen ministiraa dooktaar Abiy ahimad namoota harka qaalleyyiif maaddii qoodaan.

Muummee minstiraa Dooktaar Abiy ahimad ayyaana faasikaa sababeeffachuun namoota harka qaalleyyiif maaddii qoodaan .

namoota harka qaalleyyii 150 kutaa magaalaa gargaraa keessaa bahanii sirn maaddii qooduu gaggeeffameera.

@gadaa_post