Get Mystery Box with random crypto!

Gadaa Post

የቴሌግራም ቻናል አርማ gadaa_post — Gadaa Post G
የቴሌግራም ቻናል አርማ gadaa_post — Gadaa Post
የሰርጥ አድራሻ: @gadaa_post
ምድቦች: ዜና
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 15.36K
የሰርጥ መግለጫ

t.me/gadaa_post

Ratings & Reviews

4.00

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

1

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 3

2023-02-16 11:48:14
Dhibeen maariyyee jaldeesssa ammas irra deebiidhaan rakkoo yaddeessa anduunyaa ta'uu ibsameera.

Dhabbaan fayyaa Andunyaa dhibbeen maariyyee jaldeessaa ammas rakkoo yaddeessaa Andunyaa akka ta'ee beeksiseera .

Dhaabban fayyaa Andunyaa dhimmichaa ilaalchisee ibsa baseen ,weerraara maariyyee jaldeessaf deebiin Andunyaa kenname irra deebi'amee sirra'uu akka qabu kasseerraa.

Kan ilaalchisee ji'oota murasaa darbee lakkoofsi namoota weerraara kanan qabaman xiqqeenyaa agarsisuu kan ibsamee.

Haata'uu malee biyyoota murasaa keessaatti itti fufinisii namoota qabaman daran kan dabalee yoo ta'u, naannoole birootti ammoo namoonni weerrarichaan qabaman xiqoo ta'uu ilaalameera.

@Gadaa_post
1.1K viewsedited  08:48
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-02-15 09:53:37
Barattoonni qormaata biyyaalessa kutaa 12ffaa kan bara 2014 fuudhataanii dhibbeenta 50 fi saan ol fidaan yunivaarsiitiiwwan 15 'tti raammadamaniiru.

yuunivarsiitiiwwan 15 fi bayyinnaa barattoota rammadaamanii akka kanan gaditti isiniif dhiyeessineera.

፨ASTU (1491)
፨AASTU (1488)
፨AAU (4950
፨Yuunivarsiitii Arbaa mincii (1498)
፨yuunivarsiitii arsii (989)
፨yuunivarsiitii bahardaar (5187)
፨Yunvarsiitii dabaraabirhaan(1079)
፨yuunivarsiitii dabaraa markoos (1340)
፨Yuunivarsiitii dirree dhawaa (1505)
፨Yuunivarsiitii gondar (1974)
፨yuunivarsiitii haramaaya (1796)
፨yuunivarsiitii hawaasa(2337)
፨Yuunivarsiitii injibaraa (998)
፨yuunivarsiitii jimmaa(2309)
፨yuunivarsiitii wachamoo (1063)

waluumma gala barattoonni kuma 30,004 yuunivarsiitii 15 keessatti rammadaamaniiru.

@gadaa_post
121 views06:53
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-02-15 09:34:11
#FakeAccountsAlert

yunvarsiitii jijigaa maqaa dhabbatichaafi gonfoo isaattiin fuulii facebook sobaa banaman odeeffannoo dogongoraa tamsaasa akka jiran ibsamee.

Fuulii facebook yunivarsiitiichaa isaa sirriin like kuma 84 ol fi hordooftoota kuma 91 ol kan qabudha.

fuulii facebook yunivarsiitii jijigaa isaa sirriin.

https://www.facebook.com/jigjigauniveth?mibextid=ZbWKwL

@Gadaa_post
166 viewsedited  06:34
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-02-12 05:49:04
Halkan kaleessa balaa ibidaa mudaaten lubbuun haadha Fi ilma darbee.

Kutaa magaalaa gulaalee Aanaa 3 iddoo addaa manaan jedhamuutti balaa ibidaa manneen jireenya irratti muudateen lubbuun nama 2 yommu darbuu nama 1 irraa miidhaa cimaan qaqqabeera.

Balichaan haatti tokko mucaa umurii 8 wajjin lubbuun kan darbee yoo ta'uu abbaan da'immaa ibidaan gubbataanii miidhaan irraa qaqabee yaaliin godhamaafii Jira.

Balaa abidaatiin manneen jireenya 4 kan gubbaatan yommu ta uu balichaa guutuuman guutuutti to'achuuf sa' aatii 2: 50 Akka fudhaate himameera

@Gadaa_post
119 viewsedited  02:49
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-02-11 22:10:20 namoonni telegram vpn'n fayyadamtaan proxy jalaa kan jirun fayyadamudhaan VPN malee fayyadamu dandeessu#share


https://t.me/proxy?server=161.35.219.7&port=8080&secret=7gagkkS6aU28JabnJfU2AKhrZXRhYWJvbmxpbmUuY29t

@gadaa_post
271 views19:10
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-02-01 19:41:08
#Update
qormaata biyyaalessa kutaa 12 ffaa kan bara 2014 barattoota Qabxii 600 ol fidaan bankiin Amaaraa baasii isaani Akka danda'uu gabaasee ture.

kanuuman walqabatee barattoota saayinsii ummaama Qabxii 600 ol akkasuma saayinsii hawaasa 500 fidaaniif Akka ta'ee bankiichi gabaaseera.

Barattoota Qabxii olaana fidaaniif tokkon tokko isaaniitti ji'an birrii 750 kanfaalafii Akka barsiisuu baankiichii duubatuun Isaa ni yaadatama.

Ministeerri barnoota guutuu biyyatiitti barattoota Qabxii olaana fidaan ni baadhaasa jechuun Isaa ni yaadatama.

@Gadaa_post
3.5K viewsedited  16:41
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-31 01:37:53
Ambaasaaddar Mizgaanuun Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa waliin mari’atan

Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Mizgaanuu Argaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa Zyii’oo Zyiiyuu’aan waliin mari’ataniirtu.

Dhimmoota hariiroo biyyoota lamanii cimsanirratti mari’achuu isaanii ibsameera.

Ministirri Alaa Chaayinaa haaraan aangotti dhufanii jalqabaaf Ityoophiyaatti daawwannaa taasiisuun isaanii hariiroon biyyoota lamaanii cimaa ta’uu mul’iftuu ta’uu marii isaaniin kaasaniiru.

Abbootiin qabeenyaa Chaayinaa hojiilee misoomaa Ityoophiyaarratti akka hirmaatan Ambaasaaddar Mizgaanuun ibsaniiru.

Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa Zyii’oo Zyiiyuu’aan Chaayinaan hariiroo waloo fi dhimmoota naannawaarratti tumsa Ityoophiyaa waliin qabdu cimsitee kan itti fuftu ta’uu mirkaneessuu ragaan Ministeera Dhimmaa Alaarraa argame ni mul’isa.

@gadaa_post
490 views22:37
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-28 16:11:54
barattoonni moraa yunivarsiitii waldiyaa gadi lakkisuun bahan keessaa murasaanii dhifaama gaafachuu yuunivarsiitiichi beeksisee.

barattoonni kaalandaara yuunivarsiitiichi baaseen qofa buluufi ammaan booda sochii sirna barnoota guufachiisuu kamu keessaatti hirmaachuu dhisuufi waadaa galuun mallattoo dhifaama dhiyaate akka guutaan himameera.

Barattoonni har'a sa'aatii 9:00 - 11:00 fi boruu ganama sa'aatii 2:00-5:30 mallattoo dhiyaatte mallatteessudhan garaa moraa kan deebi'uu danda'aan yoo ta'uu wixaata barnoota jalqabu akka danda'an yunivarsiitiichi ibseera.

@Gadaa_post
3.6K views13:11
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-28 09:22:02
sadarkaa naannoole %50 ol ykn 350 fidaan

1 .magaalaa finfinnee -----19.8
2.magaalaa haraari..-----10.5
3.magaalaa dirree dhawaa ,------6.7
4.naannoo Amaaraa,-------3.6
5.naannoo Sidaamaa.--------2.3
6.Naannoo Tigraay.-------2.2
7.naannoo Kibbaa-----2.0
8.naannoo Oromiyaa,----2.0
9.benishangulgumuz.-----1.5
10.Naannoo Gambellaa----1.2
11.kibbaa Baha.-----1.0
12.Naannoo Somaalee----0.7

maddi: taajajila Oduu Ityoophiyaa

@Gadaa_post
3.8K viewsedited  06:22
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-28 02:06:11
kuufatii kanaf mootummaan itti gaafatama" prof birhaanu neggaa

Ministirri ministeeraa barnoota prof birhaanu neggaa firii qormaata biyyoolessa kutaa 12ffaa ilaalchisee ibsa har'a kennaniin "kuufatti kanaaf mootummaan itti gaafatama kan feederaalaas ta'ee kan naannoo itti gaafatamummaa isaan hin baane jechuudhan qeeqaniiru.

ministeeraa barnoota firiin kan baay'ee nama rifaachisuu akka ta'ee beeku qaban kan jedhaan yoo ta'uu "kan kuufunnee akka biyyaatti " jedhaniiru.

ministeeraa barnoota birhaanu neggaa kana kan duubataan qormaata biyyoolessaa kutaa 12 ffaa kan seensa yunivarsiitii barattoota kuma 896 fi 520 keessaa barattoonni kuma 29 fi 909 qabxii walakka ol kan galmeessan ta'uu prof birhaanu neggaa duubataaniiru.

@Gadaa_post
3.9K viewsedited  23:06
ክፈት / አስተያየት ይስጡ