Get Mystery Box with random crypto!

barattoonni moraa yunivarsiitii waldiyaa gadi lakkisuun bahan | Gadaa Post

barattoonni moraa yunivarsiitii waldiyaa gadi lakkisuun bahan keessaa murasaanii dhifaama gaafachuu yuunivarsiitiichi beeksisee.

barattoonni kaalandaara yuunivarsiitiichi baaseen qofa buluufi ammaan booda sochii sirna barnoota guufachiisuu kamu keessaatti hirmaachuu dhisuufi waadaa galuun mallattoo dhifaama dhiyaate akka guutaan himameera.

Barattoonni har'a sa'aatii 9:00 - 11:00 fi boruu ganama sa'aatii 2:00-5:30 mallattoo dhiyaatte mallatteessudhan garaa moraa kan deebi'uu danda'aan yoo ta'uu wixaata barnoota jalqabu akka danda'an yunivarsiitiichi ibseera.

@Gadaa_post