Get Mystery Box with random crypto!

Halkan kaleessa balaa ibidaa mudaaten lubbuun haadha Fi ilma d | Gadaa Post

Halkan kaleessa balaa ibidaa mudaaten lubbuun haadha Fi ilma darbee.

Kutaa magaalaa gulaalee Aanaa 3 iddoo addaa manaan jedhamuutti balaa ibidaa manneen jireenya irratti muudateen lubbuun nama 2 yommu darbuu nama 1 irraa miidhaa cimaan qaqqabeera.

Balichaan haatti tokko mucaa umurii 8 wajjin lubbuun kan darbee yoo ta'uu abbaan da'immaa ibidaan gubbataanii miidhaan irraa qaqabee yaaliin godhamaafii Jira.

Balaa abidaatiin manneen jireenya 4 kan gubbaatan yommu ta uu balichaa guutuuman guutuutti to'achuuf sa' aatii 2: 50 Akka fudhaate himameera

@Gadaa_post