#FakeAccountsAlert yunvarsiitii jijigaa maqaa dhabbatichaafi | Gadaa Post
#FakeAccountsAlert
yunvarsiitii jijigaa maqaa dhabbatichaafi gonfoo isaattiin fuulii facebook sobaa banaman odeeffannoo dogongoraa tamsaasa akka jiran ibsamee.
Fuulii facebook yunivarsiitiichaa isaa sirriin like kuma 84 ol fi hordooftoota kuma 91 ol kan qabudha.
fuulii facebook yunivarsiitii jijigaa isaa sirriin.
https://www.facebook.com/jigjigauniveth?mibextid=ZbWKwL
@Gadaa_post