Get Mystery Box with random crypto!

#Update qormaata biyyaalessa kutaa 12 ffaa kan bara 2014 barat | Gadaa Post

#Update
qormaata biyyaalessa kutaa 12 ffaa kan bara 2014 barattoota Qabxii 600 ol fidaan bankiin Amaaraa baasii isaani Akka danda'uu gabaasee ture.

kanuuman walqabatee barattoota saayinsii ummaama Qabxii 600 ol akkasuma saayinsii hawaasa 500 fidaaniif Akka ta'ee bankiichi gabaaseera.

Barattoota Qabxii olaana fidaaniif tokkon tokko isaaniitti ji'an birrii 750 kanfaalafii Akka barsiisuu baankiichii duubatuun Isaa ni yaadatama.

Ministeerri barnoota guutuu biyyatiitti barattoota Qabxii olaana fidaan ni baadhaasa jechuun Isaa ni yaadatama.

@Gadaa_post