Get Mystery Box with random crypto!

Gadaa Post

የቴሌግራም ቻናል አርማ gadaa_post — Gadaa Post G
የቴሌግራም ቻናል አርማ gadaa_post — Gadaa Post
የሰርጥ አድራሻ: @gadaa_post
ምድቦች: ዜና
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 15.36K
የሰርጥ መግለጫ

t.me/gadaa_post

Ratings & Reviews

4.00

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

1

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 2

2023-04-13 13:35:33
Obbo Dammaqaa mokonniin ministira dhimma alaa hindii wajjiin mari'ataan .

itti aanaan muummee ministiraa fi ministira dhimma alaa Obbo Dammaqaa mokonniin ministira dhimma alaa hindii wajiin mari'ataan.

@Gadaa_post
948 viewsedited  10:35
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-04-13 13:03:01
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee namoota harka qalleeyyii kuma 256 oliif maaddii qoode

Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Ayyaanota Faasikaafi Iid Al Faxir sababeeffachuun namoota harka qalleeyyii kuma 256 oliif maaddii qoode.

Waajjirri Kantiibaa magaalichaa namoota harka qalleeyyii kuma 3’f maaddii kan qoode yoo ta’u, kutaalee magaalaafi aanaalee magaalichaa hunda keessatti sagantaan maaddii qooduu gaggeffamaa jira.

Sagantaa maaddii qooduu cinaatti manneen haaromfaman 555 jiraattotaaf dabarfamanii kan kennaman ta’uu ibsameera.

@Gadaa_post
999 views10:03
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-04-13 10:44:01
Ambaasaaddar Tafarraa Darribawu Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Fandii Misoomaa Chaayinaa-Afrikaa waliin mari’atan

Chaayinaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Tafarraa Darribawu Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Fandii Misoomaa Chaayinaa-Afrikaa Shii Wuunzhi waliin mari’atan.

Ambaasaaddar Tafarraan Fooramii Invastimantii Caamsaa dhufu Ityoophiyaatti gaggeeffamuufi filannoowwan invastimantii Ityoophiyaarratti ibsa taasisaniiru.

Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Fandii Misoomaa Chaayinaa-Afrikaa Shii Wuunzhi gamasaniin, Fandiin Misoomaa Chaayinaa- Afrikaa Afrikaatti hojiilee invastimantiirratti bobba’aa jiraachuufi filannoowwan invastimantii jiran beeksisaa jiraachuu ibsaniiru.

Simpooziyeemii Invastimantiifi Faayinaansii Chaayinaa-Afrikaa baatii Waxabajjii dhufu fandichi qopheessurratti Ambaasaaddar Tafarraafi hojjettoonni Embaasichaa akka hirmaatan affeeraniiru.

Maddi : FBC

@Gadaa_post
1.1K views07:44
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-04-01 11:19:51
biiroon barnoota magaalaa finfinnee Qormaanni Moodeela barattoota Kutaa 6ffaa,8ffaa Fi 12ffaa torbee dhufuu ni laatama.

Qormaanni Moodelaa bitootessa 27 Hanga 29/2015 ni kennama.

Qormaanni moodelaa sadarkaa isaa egatee biirichaan kan qophee ta'uu himameera.

qormaatichii barattoonni qormaata gudichaaf akka of qopheessaniif kan qopha'ee ta'uu himameera.

@Gadaa_post
636 viewsedited  08:19
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-03-21 07:47:14 jirtuu
1.1K views04:47
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-03-02 09:28:45 Baga guyyaa injiffannoo Adwaa 127ffaan isin gahe.
932 views06:28
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-03-01 23:01:00 Akkam jirtuu hordoftoota gadaapost ,gadaapost yeroo dhiyoo as sababa garaagaraatiin odeeffannoo sin biraan qaqqabuu addaa kuutee turee amma garuu guyyaa boruurra jalqabee odeeffannoo haqa qabeessa akkumma kanaan duraa sin biraan gahuuf qophii isaa xumureerra kannafuu sin ammoo channel keenya kana irratti hiriyoota kan keessaan afeeruun nu jajjaabeessaa .galatooma

@gadaa_post
325 viewsedited  20:01
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-02-25 15:04:16 Namoonni hawaasa godina booraanaatti hongèedhaan miidhaaman qarqaruu barbaadan account bankii oromiyaa " (10757162-251919089436) irratti erguu ni dandeessuu
836 viewsedited  12:04
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-02-16 12:36:33
Nannoo Kutaa magaalaa boletti balaa ibidaa ka'een sukileen daldalaa 10 barbada'anii.

Guyyaa kaleessa guraandhala 9/2015 halkan sa'aatii 7:51 tti magaalaa finfinnee kutaa magaalaa bole Aanaa 12 iddoo addaa bulbulaa jedhamee wammamuutti balaa abidaa ka'een suukinii daldalaa 10 barbaada'uu koomishiniin yaddoo balaa fi abidaa beeksiseera.

Abidaa dhamsuuf konkoolatoonni to'annoo 4 , anbuulansii 1 , hojjeetoota to'annoo balaa 27 kan irratti hirmaatan yoo ta'uu ,balaa abidaa osoo babal'atee balaa hin geessiin to'achuun ibsameera.

Balaa abidaan namarraa miidhaan akka hin qaqqabaneefi midhaan qabeenyaarra gahe hammaam akka ta'ee fi ka'uumsi balichaa mal akka ta'ee qoratama akka jiru duubatameera.

Magaalaa finfinneetti balaan abidaa irraa dedeebiidhaan muudatee midhaa qaqqabsiisuuratti argama.

Karaa biraatiin balaan kammiyuu yeroo sinii muudate balichii osoo hin babal'atii. Lakkoofsa bilbilaa bilisaa 939 irratti daftaanii akka beeksiftaan koomishiniichii beeksiseera.

@Gadaa_post
1.1K viewsedited  09:36
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-02-16 12:04:28
#Yuunivarsiitii_dirree dawaa

Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa sinii dhufee barattoonni haaraan yuunivarsiitii Dirree Dawaa'tti raammadamtaan guyyaan sensaa guraandhala 20 fi 21/2015 ta'uu yuunivarsiitiichi beeksiseera.

Barattoonni yoomu deemtan :-

: raaggaa kutaa 8ffaa ,12ffaa itti qoramtaan

:Raagga mana barnoota sadarkaa 2ffaa orginal fi copy

:Suuraa gabaabaa 3×4 Isaa jaha

:Uffaata Halkan fi huccuu Isport qabatanii deemu qabdu.

@Gadaa_post
1.0K viewsedited  09:04
ክፈት / አስተያየት ይስጡ