Get Mystery Box with random crypto!

biiroon barnoota magaalaa finfinnee Qormaanni Moodeela baratt | Gadaa Post

biiroon barnoota magaalaa finfinnee Qormaanni Moodeela barattoota Kutaa 6ffaa,8ffaa Fi 12ffaa torbee dhufuu ni laatama.

Qormaanni Moodelaa bitootessa 27 Hanga 29/2015 ni kennama.

Qormaanni moodelaa sadarkaa isaa egatee biirichaan kan qophee ta'uu himameera.

qormaatichii barattoonni qormaata gudichaaf akka of qopheessaniif kan qopha'ee ta'uu himameera.

@Gadaa_post