Get Mystery Box with random crypto!

#Yuunivarsiitii_dirree dawaa Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ff | Gadaa Post

#Yuunivarsiitii_dirree dawaa

Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa sinii dhufee barattoonni haaraan yuunivarsiitii Dirree Dawaa'tti raammadamtaan guyyaan sensaa guraandhala 20 fi 21/2015 ta'uu yuunivarsiitiichi beeksiseera.

Barattoonni yoomu deemtan :-

: raaggaa kutaa 8ffaa ,12ffaa itti qoramtaan

:Raagga mana barnoota sadarkaa 2ffaa orginal fi copy

:Suuraa gabaabaa 3×4 Isaa jaha

:Uffaata Halkan fi huccuu Isport qabatanii deemu qabdu.

@Gadaa_post