Get Mystery Box with random crypto!

Bulchiinsi magaalaa Finfinnee namoota harka qalleeyyii kuma 25 | Gadaa Post

Bulchiinsi magaalaa Finfinnee namoota harka qalleeyyii kuma 256 oliif maaddii qoode

Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Ayyaanota Faasikaafi Iid Al Faxir sababeeffachuun namoota harka qalleeyyii kuma 256 oliif maaddii qoode.

Waajjirri Kantiibaa magaalichaa namoota harka qalleeyyii kuma 3’f maaddii kan qoode yoo ta’u, kutaalee magaalaafi aanaalee magaalichaa hunda keessatti sagantaan maaddii qooduu gaggeffamaa jira.

Sagantaa maaddii qooduu cinaatti manneen haaromfaman 555 jiraattotaaf dabarfamanii kan kennaman ta’uu ibsameera.

@Gadaa_post