Get Mystery Box with random crypto!

Akkam jirtuu hordoftoota gadaapost ,gadaapost yeroo dhiyoo as | Gadaa Post

Akkam jirtuu hordoftoota gadaapost ,gadaapost yeroo dhiyoo as sababa garaagaraatiin odeeffannoo sin biraan qaqqabuu addaa kuutee turee amma garuu guyyaa boruurra jalqabee odeeffannoo haqa qabeessa akkumma kanaan duraa sin biraan gahuuf qophii isaa xumureerra kannafuu sin ammoo channel keenya kana irratti hiriyoota kan keessaan afeeruun nu jajjaabeessaa .galatooma

@gadaa_post