Get Mystery Box with random crypto!

#oduu Manni maree bakka bu'oota uummata guyyaa boruu muudama | Gadaa Post

#oduu

Manni maree bakka bu'oota uummata guyyaa boruu muudama ministirootaa ni raggaasisa jedhamee eegama.

Manni marichaa walga'ii idilee 9ffaa bara hojii 2ffaa isaa guyyaa boruu ni gaggeessa.

Walga'iisaan qaboo yaa'ii walga'ii idilee 8ffaa bara hojii 2ffaa fi muudama ministirootaa raggaasisuu dabalatee dhimmoota garaagaraarratti kan mari'atu ta'uu ragaan mana marichaarraa argame ni mul'dhisa.

Maddi : fbc

@Gadaa_post