Get Mystery Box with random crypto!

ameerikaa keessaatti ajeechaan jumulaa dabalaa dhufee. Biyyat | Gadaa Post

ameerikaa keessaatti ajeechaan jumulaa dabalaa dhufee.

Biyyatiin ji'a tokko kan caalee keessatti ajeechaa jumulaa 40 ol keessumeesiteetti.

Bayyinaa namoota caalaa meeshaaleen waraanaa kan keessatti baaya'atuu bara faraanjoota haaraa2023 kanatti ajeecha jumulaatiin lammileen 70 'ajeefamaniiru.

@Gadaa_post