Get Mystery Box with random crypto!

#update Bara 2014 barattoonni kuma 899 fi 520 qormaata biyya | Gadaa Post

#update

Bara 2014 barattoonni kuma 899 fi 520 qormaata biyyaleessa kutaa 12 ffaa kan seensa yunivarsitii fuudhataaniiru.

Kannen keessaa qabxii walakka ol kan fidaan kuma 29 fi 909 qofa ta'uu ministeeraa barnoota birhaanu naggaa duubataniiru.


barattoonni qabxii %50 ol kan fidaan lakkoofsan xiqoo waan ta'eef ministeer barnoota sirna haaraa hordoofuuf karoorfachuu ministirichii ibseera.

Barattoonni walakka ol fidaan kuma 30 bara dhuufu kallattiidhan gara yunivarsiitii galaan barattoota waggaa 1 ni ta'uu jedhaniiru.

@gadaa_post