Get Mystery Box with random crypto!

Raayilaa odiingaan Bu'aa filannoo hin fudhadhuu jedhaniiru. G | Gadaa Post

Raayilaa odiingaan Bu'aa filannoo hin fudhadhuu jedhaniiru.

Guyyaa kaleessa pireezdanti wiiliyaam ruutoo filannoo injifatuu isaanii komishiiniin filannoo keeniyaa beeksisun ni yaadatama.

Ibsa raayilaa odiingaa sa'aatii booda kennaniin Bu'aan filannoo guutuuman guutuutti fudhatama akka hin qabnefi isaaniis akka hin fudhanne beeksisaniiru.

@Gadaa_post