Get Mystery Box with random crypto!

Magaalaa finfinneetti Bara barnoota dhufuuf barnoonni kan kenn | Gadaa Post

Magaalaa finfinneetti Bara barnoota dhufuuf barnoonni kan kennamu sirna barnoota duran fi kan haaraattiin ta'uu ibsameera.

Bara 2016 irraa eegalee sirni barnoota haaraan guutuuman guutuutti hojiirraa akka oluu biiroon barnoota magaalaa finfinnee beeksiseera.

Qormaata naannoo kutaa 6ffaa , qormaata biyyaalessa kutaa 8 ffaa fi qormaata seensaa manneen barnoota olaanoo kutaa 12ffaa ni ilalaata

@Gadaa_post