Get Mystery Box with random crypto!

#Oduu_sobaa. 'mootummaan somalee ibsa har'aa baaseen pireezda | Gadaa Post

#Oduu_sobaa.

"mootummaan somalee ibsa har'aa baaseen pireezdantii naanniichaa obboo musxafee mahaammad irratti yaaliin ajjeechaa taasifameera jechuun odeeffannoon miidiyaalee hawaasaa irratti tamsa'ee sobaa jedhameera.

Mootummaan naannichaa guyyaa kaleessa miidiyaa hawaasaa gargaraarratti pireezdantii naannoo somalee obbo musxafee mahaammad irratti yaaliin ajjeechaa taasifameera jechuun oduun tamsa'ee dhugaarra kan fagaatee akka ta'ee ni beeksifna jedhan.

Guyyaa kaleessa odeeffannoon wa'ee pireezdantii naannoo somalee ilalaatu miidiyaa hawaasaa irratti tamsa'aa turaniiru.

@Gadaa_post