Get Mystery Box with random crypto!

Haraaritti lammiilee kuma 5 wal'aansa fayya bilisa kennamuf ak | Gadaa Post

Haraaritti lammiilee kuma 5 wal'aansa fayya bilisa kennamuf akka taa'e ibsame.

Naannoo haraaritti lammiilee kuma 5 tajaajila wal'aansa fayyaa bilisa kennamuf akka taa'e biiroon fayyaa naannichaa beeksise.

Mata duree "Gaarummaan fayyaa keenyaaf " jedhuun hagayya 16 irraa egalee guyyoota itti anaan 6 akka kennamu ibsameera.

Itti gaafataman biiroo fayyaa naanichaa yaasin Abdulaahii akka ibsanitti taajajil wal'aansa fayyaa bilisa kan kennamu namoota humna hin qabne,waroota dandiirra bulaan kan fayyaadama taasisuudha jedhaniiru.

@Gadaa_post