Get Mystery Box with random crypto!

Lubbuun namoota 6 darbe! Magaalaa finfinnee Kutaa magaalaa Ad | Gadaa Post

Lubbuun namoota 6 darbe!

Magaalaa finfinnee Kutaa magaalaa Addis katamaa Aanaa 8tti mankuus jiguudhan lubbuu nama fi qabeenyaarra miidhaan qaqqabeera.

Odeeffannoo hanga ammattiin lubbuun namoota 6 kan darbe yoo ta'uu yeroodhaf namoota lakkoofsi isaanii hin beekamne irraa miidhaa cimaa fi salphaan qaqqabeera.

@Gadaa_post