Get Mystery Box with random crypto!

magaalaa daaseetti balaa lolaa cimaan akka mudate beekame. Ma | Gadaa Post

magaalaa daaseetti balaa lolaa cimaan akka mudate beekame.

Magaalaa daseetti har'aa hagayya 14,2014 sa'aatii booda sa'aatii 9:00 irraa jalqabe sababa roobaa cimaa roobeen bakkeewwan magaalaa Adda addaatti balaan lolaa mudateera.

Balaa lolaa kanaan manneen jireenyaa irratti miidhaan qaqqabeera.

@Gadaa_post