Get Mystery Box with random crypto!

#Update: Gidduu galaa markatootti mankuusni jiguudhan namoota | Gadaa Post

#Update: Gidduu galaa markatootti mankuusni jiguudhan namoota 6 lubbuun darban dabalatee namoota 7 irraa miidhaa cimaan gaheera.

Kannen keessaa 3 miidhaan olaanaan waan irraa qaqqabeef hospital Abet akka argaman bisirat FM gabaaseera.

Namoota lubbuun darban keessaa lamaa dubartoota yoo taa'an afur dhiiraa ta'uu bisirat fm gabaaseera.

Maddi : Bisirat FM 101.1

@Gadaa_post