Get Mystery Box with random crypto!

#Muummee_ministiraa dooktaar_Abiy Ahimad Dargaggoonni hojii | Gadaa Post

#Muummee_ministiraa dooktaar_Abiy Ahimad

Dargaggoonni hojii irratti kan xiyyeeffatan biyyasaanii jaalachuuf kan dhama'an ,kennaa biyyasaanii kan misoomsan ,uumaasaanii kan galateeffatan ta'uu qaba.

Biyyasaanii Ityoophiyaa guddoo akka turte beekanii guddummaashee duraaniitti akka deebitu tokkummaa sabdaneessa cimsuun dirqama ijoollee biyya dinqii kanaati jedhaniiru muummeen ministiraa Dooktaar Abiy Ahimad .

@Gadaa_post