Get Mystery Box with random crypto!

#Jechoota_biyyoota :- namni homaa hin beekne homaa hin shakku | Gadaa Post

#Jechoota_biyyoota

:- namni homaa hin beekne homaa hin shakku (Brazil)

:- hiriyaa barbaadda yoo ta 'e nama sirra fooyya'u soqii /barbaadi ( China )

:- Gootni gonkumaa duubaan hin waraanamu ( Bosnia)

:- Niitii bakka Irbaatti osoo hin taane bakka dalagaatti filadhu. ( Czech republic)

:- simbiroon sirbaa baay'iftu godoo ijaarrachuu hin dandeessu .( Cameroon)

:- namni naamusa hin qabne kabaja osoo hin argatiin du'a .( Iceland)

:- namoonni tokko tokko utuma bosona keessa deemanii qoraanni itti hin mul'atu (English)

:- Gadi fageenya lagaa miila kee lamaaniin hin safariin.( Ghana)

#Share

#Galatooma

@Gadaa_post