Get Mystery Box with random crypto!

Birrii sobaa kuma dhibbaa 1 fi doolaara Ameerikaa namoota dadd | Gadaa Post

Birrii sobaa kuma dhibbaa 1 fi doolaara Ameerikaa namoota daddaabarsa turan 5 irratti murtiin dhiyaate.

Poliisiin Finfinnee Akka gabaaseetti namoonni dhunfaa kunnen kan to'aan Jala kan olaan kutaa magaalaa Araada Ganda 6 naannoo Afincoo baari jedhamuti.

Shakkamtoon mallaqaa sobaa Akka daddaabarsan eeru ummataarra keenamen Fi to'annoo poliisiin magaalaa finfinnee tasiiseen qabamu danda'uu poliisiin magaalaa finfinnee kan gabaasee yoo ta'uu yeroo sanaatti birrii sobaa kuma dhibbaa 1 Fi doolaar Ameerikaa kuma 7 Fi dhibbaa 1 harka isaan irratti Akka argamee ibsameera.

@Gadaa_post