Get Mystery Box with random crypto!

lammileen kuma 1 ol sawud Arabiyaatti haala raakkisa keessa t | Gadaa Post

lammileen kuma 1 ol sawud Arabiyaatti haala raakkisa keessa turan gara biyya isaan deebi'aniiru.

Laammileen Itiyoophiyaa kuma 1 fi 18 sawud Arabiyaatti haala raakkisa keessa turan gara biyya isaani deebi'uu ministeeri dhimma alaa beeksiseera.

@Gadaa_post