Get Mystery Box with random crypto!

lammiileen Itiyoophiyaa kuma 1 fi 30 sa'ud Arabiyaarraa gara b | Gadaa Post

lammiileen Itiyoophiyaa kuma 1 fi 30 sa'ud Arabiyaarraa gara biyya deebi'an.

Lammiilee Ityoophiyaa Marsaa 3ffaadhan hojii gara biyya deebisu hojjetamen walummaa gala lammiileen Itiyoophiyaa kuma 1 fi 30 gara biyya deebi'aniiru.

Lammiilee deebi'an keessaa 1026 dhiiroota fi 4 waggaan isaanii umrii 18 gadii ta'uu himameera.

Lammiilee deebi'aniif deeggarsii barbaachiisa fi kunnuuns barbaachiisu taasifamefii gara iddoo turtii qophaa'ef akka geefaman ragaan ministeera dhiimmaa hawaasummaarra arganne ni mul'dhisa.

@Gadaa_post