Get Mystery Box with random crypto!

#Qormaata biyyaalessa Firii qormaata yeroo dhiyoo keessatti n | Gadaa Post

#Qormaata biyyaalessa

Firii qormaata yeroo dhiyoo keessatti ni beeksifna" taajajila maadalii barnoota Fi qormaata biyyaleessa

Taajajilichi qormaanni biyyaleessa kutaa 12ffaa kan marsaa lammaaffa nagaan xumuramu beeksiseera.

Qormaanni Kun Akka nagaan xumuramuufi namoota hojjetan kan gaalatefattee yoo ta'uu qormaatootaf immoo firii garii hawweera.

@Gadaa_post