2024-04-19 19:57:18
Waadaa fi obsa
1,Waadaa kana milkeessuuf obsa guyyaa 35n ofitti murteesse
2,Waadaan ilma namaaf gale cabsurra aarsa guddaa kaffalun filadhe
3,Waadaa kana guutuuf obsan guyyaa 35n obserraa immoo kaffalti tokko maleen barnoota bara jireenya koo argadhe.
4,Sababa waadaa kanaaf immoo haala rakkisaaf ulfaata sanaas nan injifadhe.
Walumaa galattii waadaa namaaf gale cabsu akka salphinattiin ilaala.
Kun hundinuu gargaarsa keetiin ta'e Galatoomi uumaakoo
Silaa taate hundaan isiniif barreessa ture dhaloonni kun barreeffama dheeraa dubbisu hin jaalatu
Siifan Sanyii Tufaa Galatoomi
16.0K viewsGumaa Saaqataa, 16:57