Get Mystery Box with random crypto!

Bakkuma citteen dhiiga janneetu nutiis waanuma hanga tokko Umm | Gumaa Saaqqataa

Bakkuma citteen dhiiga janneetu nutiis waanuma hanga tokko Ummata keenya kan Walloo irraa midhamaa jiraniif janne akka
Afooshaa Tokkummaa Hararghee biyyaa Jermaniitti 1,63,360,00 Birr.
Kara dhaabbata Egereen gumaacha goone kana isinillen bakka barbaachisuun nuuf gahaa galatoomaa.

Hawaasaa kenya warreen waamicha kenya dhagessanii ummata kenya cinaa dhabbattan maqaa Rabbii gudaatiin galatoomaa jechuu barbaanna.

Koree hojii gaggeessituu irraa.
Raayyaa Abbaamacca