Get Mystery Box with random crypto!

Faannoo Oromiyaa Keessatti Booji'amaan Kabajaan Simatamaa Osoo | Gumaa Saaqqataa

Faannoo Oromiyaa Keessatti Booji'amaan Kabajaan Simatamaa Osoo jiruu Oromoon Shakkamee To'atame Akkamiin Ajjechi itti Murtahaa?


#Salaalee_Darraa

Iyya Birmannaa Dhabe Darraa Dhiigaa Jirti Qotee Bulaa waatokko Hin beeknen Qumaara siyaasaa Tabachuun Sirrii miti ijoollen Ajjjeefamaa jirtu Nama Siyaasa Hin Beeknedha Osuma Ta'eyyuu Namni Ahakkamee To'annoo seeraa Jala Oolee Akkamiin Ajjeefamaa?  Nama Booji'ame Seerri Ajjesaa Jedhu Jiramoo?
Humnoonni Faannoo Oromiyaa Keessatti Booji'amaan Kabajaan Simatamoo Osoo jiruu Oromoon Shakkamee To'atame Akkamiin Ajjechi itti Murtahaa? Namni To'atame Mana Murtiitti Dhihaate Hidhamee Barsiifamuu Qaba Malee Ajjeefamuu Qabamoo?? Kun Hanga Yoomittii ??
Yoo Dubbannes Furmaata Dhabne
Callisuudhaf  Roorroo Dadhabne
Roorroi Daangaa Darbe  Eenyuttis iyyannaa? Eenyuttis Himannaa??
@kekiya Darraa