2024-04-29 01:37:03
Balaa lolaarraa of eegaa!
Roobni baranaa kun sodaachiisaa dha. Sadarkaa adduunyaatti balaan gahaa jira. Lubbuun baay'ee fi qabeenyi guddaan badeera.
Amma gara bahaa Afrikaa, Taanzaniyaa, Keeniyaa balaa irraan gaheera. Asuumattu, Magaalaa hawwaassaatti bookkaan roobe cimaa dha. Lolaan isaas yaaddeessaa dha.
Kanaaf, of eegun hin badu. Kanneen armaan gadi qalbeeffadhaa
1. Iddoowwan lolaaf saaxiilaman irraa fagaadhaa
2. Lolaan xiqqoo dha jechuun lafoo ykn konkoolaatootaan ce'uurra obsaan offiirra dabarsaa.
3. Mukkeen Elektrikii fi wadaroowwan irraa fagaadhaa
4. Akkuumma roobni jabaachaa deemu gara lafa olka'atti socha'aa
5. Daa'iimman, manguddoo, ulfa faa bakka mijataa qopheessaafi
Hanga danda'amee bul magaaloota yaa'aa isaa gamanuumaa tottoolchan eeru keennaa.
13.3K viewsGumaa Saaqataa, 22:37