Get Mystery Box with random crypto!

Bule Hora University

የቴሌግራም ቻናል አርማ bulehorauniversity — Bule Hora University B
የቴሌግራም ቻናል አርማ bulehorauniversity — Bule Hora University
የሰርጥ አድራሻ: @bulehorauniversity
ምድቦች: ትምህርት
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 15.23K
የሰርጥ መግለጫ

Bule Hora University Official telegram

Ratings & Reviews

2.33

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

2

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 6

2023-01-05 17:31:53 ታኅሣሥ 27/2015 ዓ/ም
በቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ "በሀገር ግንባታ የምሁራን ሚና" በሚል ርዕስ ሲደረግ የቆየው የምክክር መድረክ ተጠናቀቀ።
የኢ.ፌ.ድ.ሪ ሰላም ሚንስቴር ሚንስቴር ዴኤታ እና የቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ የቦርድ ሰብሳቢ ዶ/ር ስዩም መስፍን በመድረኩ የምክክር መነሻ ሰነድ አቅርበዋል።ዶ/ር ስዩም መስፍን ላለፉት 250 ዓመታት በኢትዮጵያ ሀገረ መንግስት ላይ የምሁራን ሚና እና ተሳትፎ ታሪካዊ ዳራውን እና አሁናዊ ሁኔታዎችን በስፋት ዳሰዋል።የምሁር ምንነት እና አስፈላጊነት እንዲሁም ለትውልድና ለሀገር ግንባታ ከምሁራን የሚጠበቁ ሀሳቦችን በአካተተ መልኩ በዶ/ር ስዩም መስፍን የምክክር ሰነዱ ለምሁራኑ ተብራርቷል።
የኢ.ፍ.ድ.ሪ ኢንዱስትሪ ሚኒስቴር ሚኒስቴር ዴኤታ አቶ ታረቀኝ ቡሉልታ በበኩላቸው የትውልድ ግንባታ ላይ በማተኮር ለጋራ እና ዘላቂ ጥቅማችን ቅድሚያ በመስጠት ለሀገር ህልውና የሚበጁ ሀሳቦችን ማፍለቅ ከምሁራን እንደሚጠበቅ ገልፀዋል።
የዩንቨርስቲው ፕሬዚዳንት ዶ/ር ታምሩ አኖሌ በበኩላቸው "ችግሮችን ለመፍታት የጋራ ውይይት ማድረጉ አስፈላጊ መሆኑን በመጠቆም የዩንቨርስቲው አንደኛ ሩብ ዓመት የስራ አፈፃፀም በቀጣይ ቀናት ለውይይት እንደሚቀርብ አስረድተዋል።
በቀረበው የምክክር ሰነድ ላይ እና አጠቃላይ ሀገራዊ በሆኑ ጉዳዮች ላይ የዩኒቨርሲቲው ምሁራን በንቃት በመሳተፍ በርካታ አስተያየት እና ጥቆማዎችን እንዲሁም ጥያቄዎችን ሰንዝረዋል።
ከምሁራኑ ለተነሱ ጥያቄዎች ዶ/ር ስዩም መስፍን እና አቶ ታረቀኝ ቡሉልታ ምላሽና ማብራሪያ በመስጠት 'መንግስት ለሀገር የሚበጁ የምሁራን ሀሳቦችን ለመቀበል እና ሁሉን አቀፍ ድጋፍ ለማድረግ ቁርጠኛ ስለመሆኑ አስረድተዋል ።
የምክክር መድረኩ ለተከታታይ 4 ቀናት በዩኒቨርሲቲው ሲካሄድ የቆየ ሲሆን፤ የዩንቨርስቲው ምሁራንም በመድረኩ በንቃት ተሳትፎ አድርገዋል።

ቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ
ለላቀ ለውጥ እንተጋለን!
1.2K viewsTsega, 14:31
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-05 10:12:14 Muddee 27/2015.
YUUNIVARSIITII BULEE HORAATTI KOLLEEJJIIN INFOORMAATIKSII BARATTOOTA BARA 2015TTI EEBBIFAMUUF QOPHIIRRA JIRANIIF MOODEELA QORUMSA BA'UMSAA (EXIT EXAM) KENNE.

Kolleejjiin Informaatiksii barattoota isaa bara 2015 A.L.I tti eebbifamaniif, qorumsa ba'umsaa (exit exam) fudhatan haala gaariin qopheessuuf sadarkaa kolleejjiitti hojii bal’aa hojjechaa jiraachuu ibse.
Bu’uuruma Mootummaan biyyattii kaa’e irratti hundaa'uun Sadaasa 17/2015 barattoota kolleejjichaa bara 2015 eebbifamaniif dhimma qorumsa bahumsaan walqabatu irrati mariin hubannoo uumuu gaggeefamuun isaa ni yaadatama.

Haaluma kanaan, kolleejichi koorsiwwan adda baafaman irratti erga tiitoorii barbaachisoo kenneen booda, moodeela qorumsa ba'umsaa marsaa duraa sadarkaa koolleejjiitti barsiisota waliin ta’uun barattoota muummeewwan afuriif karaa oollaayinii (online) ta’een kennuudhaan milkaa’inaan xumuramuu isaanii, Diiniin Kolleejiichaa Gargaaraan Piroofeesaraa Dassaaleny Awwoqee ibsaniiru.

Kaayyoon moodela qormaata bahiinsaa kun barattoota dadamaqsuufi qorumsa ba'umsaa irrattis gahumsa akka qabaatiinf kan yaadamedha jedhan ammo, Itti Aanaa Diinii Kolleejii Infoormaatiksii Barsiisaa Aseffaa Danboobiiti.

Ogeessa Infoormeeshiinii fi Teekinooloojii kan ta’an Obbo Teessoo Diidoo akka jedhanitti, hojiin karaa ammayyaatiin elektirooniksiifi intarneetii (e-learning) fayyadamuun qorumsa ba'umsaaf barattoota qopheessuu akkuma Kolleejjii Infoormaatiksiitti eegale, kanneen biroonis gamanumaan hojii akkasii jalqabuu qabu jedhan. Dabalataanis, barsiisotaa fi barattoota kolleejjiiwwan hafaniif itti fayyadama sirnichaa irratti leenjii barbaachisu kennuuf kutaan hojii Daayirektoreetii ICT (Information Communication Technology) qophaa’aa ta’uus dubbataniiru.

Jijjiirama Fulla’aaf Hojjanna!
Yuunivarsiitii Bulee Horaa.
864 viewsTsega, 07:12
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-05 10:12:14
808 viewsTsega, 07:12
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-05 10:12:13
746 viewsTsega, 07:12
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-05 10:12:11
726 viewsTsega, 07:12
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-05 10:12:11
721 viewsTsega, 07:12
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-05 10:12:09 ታህሳስ 27/2015
ቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ ኢንፎርማቲክስ ኮሌጅ በ2015 የትምህርት ዘመን ለሚመረቁ ተማሪቹ ሞዴል የመዉጫ ፈተና አዘጋጀ።

የኢንፎርማትክስ ኮሌጅ በ2015 ዓ.ም የመዉጫ ፈተና ለሚወስዱ ተመራቂ ተማሪዎች ለመውጫ ፈተና ለማዘጋጀት በኮሌጁ ደረጃ የተለያዩ ስራዎች እየተሰሩ ይገኛሉ።

የቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ ኢንፎርማቲክስ ኮሌጅ እንደ ሀገር የተቀመጠውን አቅጣጫ መሰርት በማድረግ በመውጫ ፈተና (Exit exam) ዙርያ ለተማሪዎች እንዲሁም ለመምህራኖቹ የግንዛቤ ማስጨበጫ መርሐ ግብር በማካሄድ ነዉ የመማር ማስተማር ስራዉን እያስቀጠለ ያለዉ።

የዚህ ፈተና አላማ ምን እንደሆነ ሲገልጹ የኮሌጁ ዲን የሆኑት ረዳት ፕሮፌሰር ደሳለኝ አወቀ እንዳሉት በሃገር አቀፍ ደረጃ ለሚሰጠዉ ፈተና ተማሪዎቹ ፈተናዉ አዲስ እንዳይሆንባቸዉ፣እራሳቸውን ችለው እንዲሰሩ እንዲሁም ምን ያህል ዝግጅት ማድረግ እንዳለባቸዉ እራሳቸዉን የሚገመግሙበት ነው ብለዋል።
በመሆኑም ተማሪዎችን ለመዉጫ ፈተና ለማነቃቃት ብሎም ብቁ ለማድረግ ታስቦ የታቀደውን የተለያዩ የግንዛቤ ማስጨበጫ ለተማሪዎቹ በመስጠት የመጀመሪያ ዙር Model Exam በ25/04/2015 ዓ.ም በOnline ለአራት ት/ት ክፍሎች ማለትም ለኢንፎርሜሽን ሲይስተም፣ለኢንፎርሜሽን ሳይንስ፣ለኮምፒዩተር ሳይንስ እንዲሁም ለኢንፎርሜሽን ቴክኖሎጂ በመስጠት በተሰካ ሁኔታ መጠናቀቁን የኢንፎርማትክስ ኮሌጅ ም/ዲን የሆኑት መ/ር አሰፋ ሰንበቶ ገልጿል።
ተማሪዎችን በE-Learning System በመጠቀም ለመውጫ ፈተና የማዘጋጀት ስራ በኢንፎርማትክስ ኮሌጅ ላይ እንደተጀመረው ለተቀሩት ኮሌጅ መምህራንና ተማሪዎች በሲስተም አጠቃቀም ላይ ስልጠና እንደሚሰጥ እንዲሁም ሌሎች ኮሌጆች እንደ ኢንፎርማቲክስ ኮሌጅ አረያነቱን በመከተል ተማሪዎቻቸዉን ለመውጫ ፈተና በማዘጋጀት ብቁ እንዲሆኑ በማድረግ እንዲያግዟቸዉ እኛም እንደ ICT ዳይሬክቶሬት የበኩላችን የምንወጣ መሆኑን የICT ባለሙያ የሆኑት አቶ ቴሶ ዲዶ ገልጿል።
ለላቀ ለዉጥ እንተጋለን
ቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ
807 viewsTsega, 07:12
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-02 18:11:43 Muddee 24/2015.
YUUNIVARSIITII BULEE HORAATTI WALTAJJIIN MARII MATA-DUREE “GAHEE HAYYOONNI IJAARSA BIYYAA KEESSATTI QABAN’’ JEDHU BU’UUREFFATE MISEENSA KAAWUNSILII BULCHIINSAA YUUNIVARSIITICHAA WALIIN TAA’AMAA JIRA .
Waltajjii kanarratti haasawa baniisaa kan godhan Dr. Taammiruu Aanolee Pireezideentii Yuunivarsiitii Bulee Horaa, akka dubbatanitti turtiin marii waliinii kun, dhimma ijaarsa biyyaa keessatti gaheen hayyootaa olaanaa waan ta’eef, marii gadi fagoo taasisuun barbaachisaa ta’uu ibsuudhaan, barsiisonnii fi qaamoleen bulchiisaa harcaatii malee xiiyyeeffannoon waltajjii kana akka hordofan dhaamaniiru.

Sanada marii kana kan dhiheessan Dr. Siyyum Masifiin Mootummaa Federaalawaa Diimokiraatawaa Ripaabilikii Itiyoophiyaatti, Deetaa Ministeera, Ministeera Nageenyaa fi Walitti Qabaa Boordii Yuunivarsiitii Bulee Horaa akka dubbatanitti biyyi teenna Itoophiyaan waggoottan dhibba lamaa fi shantamman [250] darban keessatti hayyoonni jijjiiramoota biyyaa keessatti shoora olaanaa taphachaa dhufuu ibsaniiru.

Dr. Siyyum Masifiin ibsa waltajjii irratti hirmaattotaaf taasisan keessatti hayyoota jechuun beekkumsaa fi dhugaaf kan dhaabbatan ta’uun falaasama addunyaatiin walii galamuu ibsaniiru.
Dabalataanis marii kanarratti ibsa bal’aa kan kennan Obboo Taarraqenyi Bulultaa, Mootummaa Federaalawaa Diimokiraatwaa Ripaabilikii Itiyoophiyaatti, Deetaa Ministeera, Ministeera Industirii mootummaan biyooleessaa Itoophiyaa haalota yeroo ammaa biyya qoraa jirurraatti xiyyeeffatee biyya tarkaaffachiisuu keessatti hayyoonni qooda olaanaa qabu jedhan. Keessattuu jedhan obboo Taarraqenyi, yeroo biyyi teenna qormaata keessa jirtu kanatti, dhimmoota ijaarsa biyyaa gama siyaasaa, diinagdee fi nageenyaatiin jiran waliin furuu keessatti hayyoonni dirqama hayyuummaa isaanii bahachuu akka qaban dubbataniiru .

Yaadni ijoon marii kana irratti dhihaate, ciminaa fi hanqina ijaarsa biyyaa gama siyaasaa, barnootaa, misoomaa, tajaajila seeraa, walitti dhufeenya lammiilee fi hariiroo dippiloomaasii, qormaatotaa fi maddoota qormaataa adda baasuun hayyoota waliin irratti mari’achuu, qabsoo fuulduraa fi shoora hayyoonni rakkoolee biyya rakkisan kanneen akka malaammaltummaa, gabaa siyaasaa, dhaadhessummaa, fedhiiwwan dhuunfaa fi miidiyaaleen dhuunfaa rakkoolee tasgabbii biyyaa ta’an, karaa kamiin furuun akka danda’amu, hayyoonni gahee leencummaa bahachuu akka danda’an ibsameera. Mariin kun guyyoota afuriif kan itti fufu ta’uun ibsameera.
Jijjiirama Fulla’aaf Hojjanna!
Yuunivarsiitii Bulee Horaa.
869 viewsTsega, 15:11
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-02 18:11:41
776 viewsTsega, 15:11
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-02 18:11:40
739 viewsTsega, 15:11
ክፈት / አስተያየት ይስጡ