Get Mystery Box with random crypto!

Bule Hora University

የቴሌግራም ቻናል አርማ bulehorauniversity — Bule Hora University B
የቴሌግራም ቻናል አርማ bulehorauniversity — Bule Hora University
የሰርጥ አድራሻ: @bulehorauniversity
ምድቦች: ትምህርት
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 15.23K
የሰርጥ መግለጫ

Bule Hora University Official telegram

Ratings & Reviews

2.33

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

2

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 5

2023-01-06 16:18:00
670 viewsTsega, 13:18
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-06 16:17:59
663 viewsTsega, 13:17
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-06 16:17:58
694 viewsTsega, 13:17
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-06 16:17:57 ታህሳስ 23/2015
የቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ የህግ ትምህርት ቤት ከኢትዮጵያ ሰብአዊ መብቶች ማዕከል (ኢሰመጉ) ጋር በጋራ ለመስራት የመግባቢያ ሰነድም ተፈራርመ።
የስምምነቱ አላማ የሰብአዊ መብት እና የፆታ እኩልነት ድርጅት በማንኛውም የመንግስት ተቋም ውስጥ በመገኘት ሰብአዊ መብቶች እንድረጋገጡ ለማስቻል ነው፡፡
በተጨማሪም የኢትዮጵያ ሰብአዊ መብት ተሟጋቾች ማዕከል በቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ የሰብአዊ መብትና የሥርዓተ ጾታ እኩልነት ተሟጋች ክለብ ለማቋቋምና ለማስተዳደር ከዩኒቨርሲቲው የህግ ትምህርት ቤት ጋር በቅንጅት ለመስራት በሚያስችሉ ጉዳዮች ላይ ነው- የጋራ ስምምነቱ የተደረገው፡፡
ማዕከሉ ከትምህርት ቤቱ ጋር በመተባበር ከተለያዩ የትምህርት ዘርፎች የተወጣጡ ተማሪዎችን በመምረጥ ለ20 ተማሪዎች የግንዛቤ ማስጨበጫ ስልጠና ተሰጥቷል።
የኢትዮጵያ ሰብአዊ መብት ተሟጋቾች ማዕከል (ኢሰመጉ) አስተባባሪ አቶ በፍቃዱ ድሪባ እንዳሉት ማዕከሉ ከቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ ጋር የሁለት አመት ውል መፈራረም መቻሉ ለሰብአዊ መብትና ለጾታ እኩልነት ያለው ጠቀሜታ ከፍተኛ ነው።
የቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ የህግ ትምህርት ቤት ዲን የሆኑት መ/ርት ዱርሲቱ በሪሶ በበኩላቸው የኢትዮጵያ የሰብአዊ መብት ተሟጋቾች ማዕከል ጋር በጋራ ለመስራት ዩኒቨርሲቲው ቁርጠኛ እንደሆነ በመግለጽ የተቋቋመውን የሰብአዊ መብትና የፆታ እኩልነት ክለብን አጥብቀው እንደሚያበረታቱ ተናግረዋል።
ቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ
ለላቀ ለውጥ እንተጋለን!
846 viewsTsega, 13:17
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-05 17:32:00
1.4K viewsTsega, 14:32
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-05 17:31:59
1.4K viewsTsega, 14:31
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-05 17:31:58
1.4K viewsTsega, 14:31
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-05 17:31:57
1.4K viewsTsega, 14:31
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-05 17:31:57 Muddee 27/2015
YUUNIVARSIITII BULEE HORAATTI WALTAJJIIN MARII MATA-DUREE “GAHEE HAYYOONNI IJAARSA BIYYAA KEESSATTI QABAN’’ JEDHU IRRATTI GUYYOOTA AFURIIF GAGGEEFFAMAA TURE HAALA GAARIIN XUMURAMEERA.
**************
Yuunivarsiitichatti waltajjiin marii mata duree “Gahee Hayyoonni Ijaarsa Biyyaa Keessatti Qaban’’ jedhu bu’uureffate turtii guyyoota afuriitiin kaawunsilii bulchiinsaafi barsiisota Yuunivarsiitichaa waliin adeemsifamaa ture milkaa'inaan xumurameera.

Turtii guyyoota arfanii kana keessatti, yaada mariif dhihaate irratti miseensonni kaawunsiliifi barsiisonni garee gareedhaan gadi fageenyaan irratti mari’atanii jiru.

Sanada waltajjii marii kanaaf dhihaate irratti yaadotaafi gaaffilee ka’aniif ibsa bal’aa kan kennan, Deetaa Ministeera, Ministeera Nageenyaafi walitti qabaa boordii Yuunivarsiitii Bulee Horaa Dr. Siyyum Masfiin akka jedhanitti, sanadni dhihaate, akka walii galaatti qormaata biyyattiin dabarsite kan ibsuu fi rakkoolee isaan hafan ammo karaa furuun danda’amu mari’achuu akkasumas ijaarsa biyya kanaa irraatti hayyoota waliin hojjechuun barbaachisaa ta’uus ifoomsaniiru. Dabalataanis, Dr. Masfin, yaadotaafi gaaffilee qaala'iinsa jireenyaa, dhimmoota nageenyaa fi tokkummaa biyyattii irratti bal'inaan ka'aniif deebii kennaniiru. Barbaachisummaa marii hayyootaa dhimma biyyoolessaa irratti ciminaa fi hanqina ijaarsa biyyaa gama siyaasaa, barnootaa, misoomaa, tajaajila seeraa, walitti dhufeenya lammiilee fi hariiroo dippiloomaasii, qormaatotaa fi maddoota qormaataa adda baasuun hayyoota waliin irratti mari’achuun murteessaa waan ta’eef, hayyoonni callisuu akka hin qabne Dr. Masfiin dhaamaniiru.

Shoorri hayyootaa ijaarsa biyyaa keessatti olaanaa waan ta’eef, hayyoonni beekumsa isaaniitiin sadarkaa biyyatiitti qo'annoo fi qorannoon rakkoolee hawaasaa furuuf dirqama hayyummaa qabu jedhan, Deetaan Ministeera, Ministeera Industirii, Obboo Taarraqenyi Bulultaa. Dabalataanis mootummaan Itoophiyaa haalota yeroo ammaa biyya qoraa jirurraatti xiyyeeffate biyya tarkaaffachiisuu hojechaa jiraachuu ibsuun, yaadni hayyootaa galtee hojii sirna siyaasaa, diinagdee fi nageenya fufiinsa qabu mirkaneessuuf murteessaa ta'uu dubbataniiru .

Gaaffilee fi yaadota barsiisonni gama Yuunivarsiitichaatiin kaasaniif deebii kan kennan Dr. Taammiruu Aanolee Pireezidaantiin Yuunivarsiitichaa, rakkooleen akka gaaffiitti kaafaman karaa qajeelfamaa fi karoora keessoo keennaatiin waliin taanee furmaata kan kenninu ta’a jedhaniiru.

Jijjiirama Fulla'aaf Hojjanna!
Yuunivarsiitii Bulee Horaa.
1.3K viewsTsega, 14:31
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-05 17:31:56
1.1K viewsTsega, 14:31
ክፈት / አስተያየት ይስጡ