Get Mystery Box with random crypto!

Bule Hora University

የቴሌግራም ቻናል አርማ bulehorauniversity — Bule Hora University B
የቴሌግራም ቻናል አርማ bulehorauniversity — Bule Hora University
የሰርጥ አድራሻ: @bulehorauniversity
ምድቦች: ትምህርት
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 15.23K
የሰርጥ መግለጫ

Bule Hora University Official telegram

Ratings & Reviews

2.33

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

2

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 8

2022-12-30 15:24:44 Muddee 21/2015.

Yuunivarsiitiin Bulee Horaa Barsiisaa Bu'aa Qorannoo Isaatiin Sadarkaa Biyyaatti Dorgomee Sadarkaa 2ffaa Baheef Beekkamtii Kenneef.
Yuunivarsiitii Bulee Horaatti, barsiisaa Kolleejjii Biiznasiifi Ikkoonoomiksii kan ta’e barsiisaa Gannaalee Kadir bu’aa qorannoo isaatiin sadarkaa biyyaatti dorgomee sadarkaa 2ffaa bahuun ifirra darbee sadarkaa biyyaatti Yuunivarsiiticha waan maqaa yaamsiseef, Yuunivarsiitiin Bulee Horaa beekkamtii kenneefii jira.
Barsiisaan kun qorannoo isaa mata-duree “AGRICULTURAL TECHNOLOGY ADOPTION AND ITS IMPACT ON YIELD AND FARM INCOME: EVIDENCE FROM HARICOT BEAN PRODUCTION IN GUJI ZONE” jedhurratti hojjachuun sadarkaa biyyaatti badhaafamaa sadarkaa 2ffaa ta’eera.
Barsiisaa Gannaalee Kadir gama isaatiin, badhaasni argadhe kun kaayyoo kiyya kan kana qofarratti na dhaabsisu adoo hin taane ittuu morkii keessa kan na seensisuudha jechuun, beekkamtii Yuunivarsiitiin isaa kenneefitti kan gammade ta’uu dubbateera.
Waraqaa beekkamtii kana kan kennan pireezidaantiin Yuunivarsiitii Bulee Horaa Dr. Taammiruu Aannolee, barsiisonni kaanis akkasuma jabaattanii hojii qorannoo boonsaa akkasii hojjechuu qabdu jedhaniiru.

Jijjiirama Fulla’aaf Hojjanna!
Yuunivarsiitii Bulee Horaa.
868 viewsTsega, 12:24
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-12-30 15:23:17
812 viewsTsega, 12:23
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-12-30 15:23:16
751 viewsTsega, 12:23
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-12-30 15:23:15
740 viewsTsega, 12:23
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-12-30 15:23:15
744 viewsTsega, 12:23
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-12-30 15:23:13 ታህሳስ 21/2015
ቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ በምርምር ውጤቱ በሀገር አቀፍ ደረጃ ተወዳድሮ 2ኛ ለወጣው መምህር እውቅና ሰጠ።
በቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ የቢዝነስና ኢኮኖሚክስ ኮሌጅ መምህር የሆኑት መ/ር ጋናሌ ከድር በሀገር አቀፍ ደረጃ በምርምር ውጤቱ ተወዳድረው ሁለተኛ ደረጃም ከማግኘት አልፎ የዩኒቨርሲቲውንም ስም በማስጠራቱ ፣ ቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ እውቅና ሰጥቶታል።
መምህሩ በሀገር አቀፍ ደረጃ በሁለተኝነት አሸናፊ የሆነው “AGRICULTURAL TECHNOLOGY ADOPTION AND ITS IMPACT ON YIELD AND FARM INCOME: EVIDENCE FROM HARICOT BEAN PRODUCTION IN GUJI ZONE” በሚል ርዕስ ባደረጉት ጥናት ነው።
መምህር ጋናሌ ከድር በበኩሉ ከዩኒቨርሲቲው የተሰጠው እውቅና በጣም እንዳስደሰተው እና ይህ ሽልማት ለተሻለ የምርምር ሥራ ውስጥ እንድገባ የሚያደርግ ነው በማለት ደስታውን ገልጾዋል።
የእውቅና ሰርተፍኬቱን ያበረከቱት የቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ ፕሬዝዳንት ዶ/ር ታምሩ አኖሌ ሌሎች መምህራንም ጠንክራችሁ በመስራት እንድህ አይነት የሚያኮራ ስራ ልትሰሩ ይገባልም ብለዋል።
ቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲው
ለላቀ ለውጥ እንተጋለን!
817 viewsTsega, 12:23
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-12-29 18:35:52 Muddee 20/2015.
Yuunivarsiitii Bulee Horaatti, Kolleejjota Guyyaa Barnoota Semisteera 1ffaa Bara Barnootaa 2015 Qajeelfama Bahe Eeganii Jalqabuun (Day One Class One) (DOCO) Sirnaan Hujiirra Oolchaniif Beekkamtiin Kennameef.
Bara kana akkuma beekkamu Yuunivarsiitiin Bulee Horaa barattoota digirii 1ffaafi isaa barataniif guyyaa galmee sadaasa 5fi 6 bara 2015’tti gaggeessaa turuun barnoonni immoo sadaasa 7 bara 2015’tti kan jalqabe yennaa ta’u, akka Yuunivarsiitichaatti Kolleejjota qajeelfama bahe hujii irra oolchuun barataan golatti argamus argamuu baatus warreen qaljeelfamicha hordofanii sadaasa 7 bara 2015 adeemsa baruufi barsiisuu jalqabaniif beekkamtii hujiif isaan jajjabeessu kenneefii jira.
Yuunivarsiitii Bulee Horaatti, Bakka Bu’aa Itti Aanaa Pireezidaantii Dhimmoota Akkaadaamiifi gargaaraan Piroofeesaraa Gammadaa Oddoo wayita beekkamtii hujiif isaan jajjabeessu kolleejjotaaf kennan akka jedhanitti, kaayyoon beekkamtii kennuu guyyaa hardhaa kun kolleejjonni keenna tokko tokko qajeelfama bahe kana hujiirra oolchuun guyyaa barnoota semisteera 1ffaa bara barnootaa 2015 (Day One Class One) sirnaan hujiirra oolchan jajjabeessuuf beekkamtii kana kennuun barbaachiseef jedhaniiru.
Qaamoleen hujiifi huj-maata kolleejjichaa sirnaan hujii irra oolchuun beekkamtii argatan kunniin beekkamtiin isaaniif kenname kun ittuu kan isaan jajjabeessu ta’uu dubbataniiru.

Jijjiirama Fulla’aaf Hojjanna!
Yuunivarsiitii Bulee Horaa.
1.8K viewsTsega, edited  15:35
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-12-29 18:34:01
1.6K viewsTsega, 15:34
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-12-29 18:34:00
1.5K viewsTsega, 15:34
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-12-29 18:34:00 ታህሳስ 20/2015
በቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ ለ2015 ዓ.ም የትምህርት ዘመን 1ኛ ሴሚስተር የመጀመሪያ የትምህርት ቀን የመጀመሪያ ክፍል Day One Class One (DOCO) በትክክል ተግባራዊ ያደረጉ ኮሌጆች የዕዉቅና መረሃ ግብር ተዘጋጀ።

እንደሚታወቀው በዚህ በያዝነዉ የትምህርት ዘመን ቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ ህዳር 5 እና 6 ቀን 2015 ዓ.ም ከመጀመሪያ ዲግሪ እስከ ሶስተኛ ዲግሪ ተማሪዎቹን በመመዝገብ ህዳር 07 ቀን 2015 ዓ.ም የመማር ማስተማሩን ሰራ በይፋ መጀመሩ ይታወቃል።
በዚሁ መሰረት ለ2015ዓ.ም የትምህርት ዘመን 1ኛ ሴሚስተር የመጀመሪያ የትምህርት ቀን የመጀመሪያ ክፍል Day One Class One (DOCO) በትክክል ተግባራዊ ያደረጉ ኮሌጆች ዕዉቅና ተበርክቶላቸዋል።
በቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ የአካዳሚክ ጉዳዮች ምክትል ፕሬዝዳንት ተወካይ ረዳት ፕሮፌሰር ገመዳ ኦዶ እንደተናገሩት ለኮሌጆች ለስራቸው በማበረታቻ ዕውቅና በሰጡበት ወቅት የዛሬው እውቅና ዓላማ በዩኒቨርሲቲያችን የሚወጡትን መመሪያዎችን እንዲተገብሩ ለማድረግ የታሰበ ነዉ በማለት ይህ የማበረታቻና የዕዉቅና ፕሮግራም የተዘጋጀዉ ብለዋል ።
ይህ የማበረታቻ የምስክር ወረቀት ለወደፊቱ መልካም ስንቅ ይሆነናል እንዲሁም ከዩኒቨርሲቲዉ የሚሰጡ የተለያዩ የስራ መመሪያዎችን ተግባራዊ እንድናደርግ ተነሳሽነትን ይፈጥርልናል ሲሉ ማበረታቻውን የተቀበሉት የኮሌጅ ዲኖች ተናግረዋል።
ቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ
ለላቀ ለዉጥ እንተጋለን!
1.6K viewsTsega, 15:34
ክፈት / አስተያየት ይስጡ