Get Mystery Box with random crypto!

Bule Hora University

የቴሌግራም ቻናል አርማ bulehorauniversity — Bule Hora University B
የቴሌግራም ቻናል አርማ bulehorauniversity — Bule Hora University
የሰርጥ አድራሻ: @bulehorauniversity
ምድቦች: ትምህርት
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 15.23K
የሰርጥ መግለጫ

Bule Hora University Official telegram

Ratings & Reviews

2.33

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

2

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 9

2022-12-29 17:46:29
1.6K viewsTsega, 14:46
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-12-29 17:46:28
1.5K viewsTsega, 14:46
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-12-29 17:46:27 Muddee 20/2015.
Caasaan Haaraan Hojjattoota Mootummaa Paabliiki sarviisii Federaalaatiin Bocamee Hojjatamaa Ture, Mirkanaayee Hujiirra Ooluun Dura Miseensota Kaawunsilii Bulchiinsaa Yuunivarsiitii Bulee Horaatiin Irratti Mari’atameera.
Akkuma beekkamu caasaan haaraan hojjattoota mootummaa Paabliiki Sarviisii federaalaatiin bocamee sadarkaa kolleejjotaafi Daayirektaroota Yuunivarsiitota biyyattii keessatti gadi bu’ee diriirfamaa ture erga sadarkaa federaalaatti ilaalameen duuba, mirkanaayee hujiirra ooluu isaatiin dura miseensonni kaawunsilii bulchiinsaa akka irratti mari’atanii yaadaafi gaaffiin bilcheessaniif qophaayeera.
Caasaa sadarkaa paabliikii sarviisii federaalaatiin ilaalamee deebi’e irratti miseensonni kaawunsilii bulchiinsaa Yuunivarsiitii Bulee Horaa irratti mari’ataniiru.
Caasaa haaraa mariidhaaf dhiyaate kan dhiyeessan Itti Aanaa Pireezidaantii Dhimmoota Hojjattootaafi Barattoota Yuunivarsiitii Bulee Horaa Dr.Roobaa Danbii yoo ta’an caasaa haarenni amma bocamee dhufe kun baldhaaf fooyya’aa ta’uu isaatiin gaaffilee yeroo dheeraaf hojjattoonni kaasaa turanii rakkoolee bulchiinsa gaarii ta’aa tureef deebii quussaa kan kennuudha jedhaiiru.
Qabxiilee caasaa haareya irratti Dr.Roobaadhaan dhiyaaterratti miseensonni kaawunsilichaa yaadaafi gaaffiidhaan gabbisaniiru; miseensonni kunniin qabxiilee marii Kolleejjotaafi Daayirektarootaa baldhinaan dhiyaaterratti akkaataa mana hujii isaaniitiin gaaffiifi yaada kaasuun inumaayyuu caasaan kun kana caasaa adoo babaldhaltee salphina hujichaatiifis galtee ta’uu danda’a jedhaniiru.
Pireezidaantiin Yuunivarsiitii Bulee Horaa Dr.Taammiruu Aanolee gama isaaniitiin, caasaa haaraan bocame kun rakkoolee gama hanqina hunna namaatiin qannu kan furuuf sadarkaa Kolleejjotaa, Muummeewwaniifi Daayirektoreetiiwwaniitti jiru ni fura jennee abdanna; jijjiirama Yuunivarsiitii keennaa gara fuulduraatti fufsiisuuf tokkummaan haa hojjannuu dhaamaniiru.

Jijjiirama Fulla’aaf Hojjanna!
Yuunivarsiitii Bulee Horaa.
1.5K viewsTsega, edited  14:46
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-12-29 17:46:27
1.4K viewsTsega, 14:46
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-12-29 17:46:26
1.4K viewsTsega, 14:46
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-12-27 17:15:31
967 viewsTsega, 14:15
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-12-27 17:15:30 Guyyaa 18/04/2015
YUUNIVARSIITII BULEE HORAATTI, QORMAANNI BIYYOOLESSAA KUTAA 12FFAA MARSAA 3FFAAN KARAA NAGEYAATIIN KENNAMUU JALQABEERA.

Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa marsaa 3ffaan kennamuu jalqabe kun barattoota kutaa 12ffaa marsaa duraa keessatti sababoota garaagaraatiin adoo hin qoramin hafan kanneen Aanaalee Godina Gujii 7fi bulchiinsa Magaalaa Nageellee akkasumas, Aanaalee Godina Gujii Lixaa keessaa harca'anii hafaniif kennamaa jira.

Barattoonni marsaa kanaaf qorumsicharratti argaman waliigalli isaanii 4,770 ta'uu qindeessissaan qormaatichaa Obboo Ashannaafii Teshaalee dubbataniiru.

Jalqabbii qorumsaa irraa kaasee haga ammaatti rakkoon tokkooyyuu kan hin jirre ta'uu qindeessitoonni qormaatichaa himaniiru.

Jijjiirama Fulla'aaf Hojjanna!
Yuunivarsiitii Bulee Horaa.
967 viewsTsega, 14:15
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-12-27 17:15:30
845 viewsTsega, 14:15
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-12-27 17:15:29
849 viewsTsega, 14:15
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2022-12-27 17:15:28
876 viewsTsega, 14:15
ክፈት / አስተያየት ይስጡ