Get Mystery Box with random crypto!

Bule Hora University

የቴሌግራም ቻናል አርማ bulehorauniversity — Bule Hora University B
የቴሌግራም ቻናል አርማ bulehorauniversity — Bule Hora University
የሰርጥ አድራሻ: @bulehorauniversity
ምድቦች: ትምህርት
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 15.23K
የሰርጥ መግለጫ

Bule Hora University Official telegram

Ratings & Reviews

2.33

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

2

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 4

2023-01-09 15:23:47
1.8K viewsTsega, 12:23
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-09 15:23:46
1.7K viewsTsega, 12:23
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-09 15:23:45 Vacancy Announcement
1.7K viewsTsega, 12:23
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-09 15:20:12
Vacancy Announcement
1 viewTsega, 12:20
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-06 16:20:58
957 viewsTsega, 13:20
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-06 16:20:57
955 viewsTsega, 13:20
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-06 16:20:55 BEEKSISA
BARATTOOTA YUUNIVARSIITII BULEE HORAATTI BIIROO FAYYAA OROMIYAATIIN RAMADAMTAN HUNDAAF
Barattoota Yuunivarsiitii Bulee Horaatti Biiroo Fayyaa Oromiyaatiin barnoota “Post Basic’’ digirii jalqabaatiin ogummaa “Midwifery & Pediatrics and Child Health Nursing”tiin barachuuf
Yuunivarsiitii keenyatti ramadamtan, guyyaan qormaata seensaa gaafa 09/05/2015 sa’aatii 3:00tti A.L.I ta’uu isaa isin beeksifna.
Hubachiisa: Waraqaa eenyummaa qabattanii akka argamtan isin yaadachiisaa, guyyaa qormaataa jedhametti yoo hin argamin kan isin hin keessummessine ta’uu isin hubachiifna.
ANNOUNCEMENT
FOR ALL STUDENTS WHO ARE ASSIGNED BY OROMIA HEALTH BUREAU TO BULE HORA UNIVERSITY
Bule Hora University would like to inform those who are assigned to the University by Oromia Health Bureau for post basic first-degree program in Midwifery, Pediatrics and Child Health Nursing that the entrance exam will held on 09/05/2015 E.C 3:00 local time.
ADMISSION REQUIREMENT
Admission to this post basic program in Midwifery, Pediatrics and Child Health Nursing requires:
1. Diploma in Midwifery, Nursing or a TVET level 4 certificate from a recognized institution.
2. Must pass and certified with updated COC examination.
3. A minimum of 2 years full-time clinical work experience.
4. Two recommendation letters from work place. These may be:
‒ Both from professionals who are able to attest to the applicant’s professional ability, or
‒ One academic and one professional letter of recommendation.

Jijjiirama Fulla'aaf Hojjanna!
Yuunivarsiitii Bulee Horaa.

ማስታወቂያ
በኦሮሚያ ጤና ቢሮ በቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ ለተመደባችሁ ተማሪዎች በሙሉ
“Post basic’’በመጀመሪያ ዲግሪ በ (Midwifery & Pediatrics and Child Health Nursing) ትምህርት ክፍል በቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ ለተመደባችሁ ተማሪዎች በሙሉ፣በቀን 09/05/2015 ዓ.ም ልክ ከጠዋቱ 3፡00 በአካል በመቅረብ ፈተናዉን እንድተወስዱ እናሳሰባለን።
ማሳሰቢያ ለፈተና ስትቀርቡ
➢ ለፈተና ስትቀርቡ መታወቂያ ይዛችሁ እንድትቀርቡ
የመመዝገቢያ መስፈርቶች
➢ ዲፕሎማ በ Midwifery, Nursing or a TVET level 4 ያለዉ/ያላት
➢ COC ያለፈበት/የለፈችበት የምስክር ወረቀት ያለዉ/ያላት
➢ 2 ዓመት እና ከዛ በላይ የስራ ልምድ (Cilinical) ያለዉ/ያላት
➢ ከሁለት ሪኮመንዴሽን ድብዳቤ ማቅረብ የሚችል/ትችል
➢ ከሚሰራበት ተቋም የሞያ ብቃት ማረጋገጫ ማቅረብ የሚችል/ትችል

ቡሌ ሆራ ዩኒቨርሲቲ
ለላቀ ለውጥ እንተጋለን!
816 viewsTsega, 13:20
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-06 16:18:05 Muddee 23 /2015
Giddu-galli Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa (EHRDC) Jedhamuufi Yuunivarsiitii Bulee Horaatti Manni Barumsa Seeraa Akkaataa Mirga Namoomaafi Walqixxummaa Koorniyaa Eeguun Danda'amu Irratti Qaamolee Qooda Fudhattootaaf Leenjii Hubannoo Kennuun Sanada Waliigaltees Walii Mallatteessaniiru.
Kaayyoon waliigaltee walii mallatteessuu kun dhaabbanni mirga namoomaafi walqixxummaa koorniyaatiif dhaabbatee abbummaan falmatu kun dhaabbanni isaanii dhaabbilee mootummaa kamiiyyuu keessa jiraachuu akka qabu yaadameeti.
Kanumarraa ka'uun Giddu_galli falmaa mirga namoomaa Itiyoophiyaa (Ethiopian Human Rights Defenders Center) jedhamu guyyaa hardhaa Yuunivarsiitii Bulee Horaa keessatti Kilabii falmitoota mirga namoomaafi walqixxummaa koorniyaatiif falmu hundeessee hojjachiisuuf Yuunivarsiitichatti Mana Barumsaa seeraa waliin sanada waliigaltee mallatteessaniiru.
Giddu_galichi mana barumsichaa waliin ta'uun barattoota Muummeewwan garaagaraa keessa baratan keessaa filachuun barattoota 20 ta'aniif akkaataa isaan itti hojjachuu danda'an irratti leenjii hubannoos kenneefii jira.
Qindeessaan Giddu-gala Falmaa Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa (EHRDC) Obboo Bafqaaduu Dirribaa akka jedhanitti, kaayyoon keenna kilabii mirga namoomaafi walqixxummaa koorniyaatiif hundeeffamee falmu irratti Yuunivarsiitii Bulee Horaa waliin sanada waliigaltee waggaa lamaaf turu waliif kan mallatteessine yoo ta'u, akka seera keennaatti waliigalteen kun waggaa lama lamaan haaromfamaa deema jedhaniiru.
Yuunivarsiitii Bulee Horaatti, Diiniin Mana Barumsa Seeraa Barsiistuu Dursituu Bariisoo gama isiitiin, Giddu-gala Falmaa Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa isaan waliin hojjachuuf sanada waliigaltee isaan waliin mallatteesse galateeffachuun, kilabii falmaa mirga namoomaafi walqixxummaa koorniyaa Yuunivarsiitii isaanii keessatti hundeeffames cimsanii kan jajjabeessan ta'uu dubbataniiru.
Jijjiirama Fulla'aaf Hojjanna!
Yuunivarsiitii Bulee Horaa.
732 viewsTsega, 13:18
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-06 16:18:02
697 viewsTsega, 13:18
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2023-01-06 16:18:01
680 viewsTsega, 13:18
ክፈት / አስተያየት ይስጡ