Get Mystery Box with random crypto!

Cooperative Bank of Oromia

የቴሌግራም ቻናል አርማ coopbankoromia — Cooperative Bank of Oromia C
የቴሌግራም ቻናል አርማ coopbankoromia — Cooperative Bank of Oromia
የሰርጥ አድራሻ: @coopbankoromia
ምድቦች: ኢኮኖሚክስ
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 73.10K
የሰርጥ መግለጫ

Coopbank is the fastest growing bank in Ethiopia with the highest number of customers from private banks. The bank has a vision of becoming the leading private bank in the country by the year 2025.

Ratings & Reviews

5.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

2

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 5

2024-02-23 06:54:50
Diinagdee kee humneessee, egeree kee kan bareechu, Herreega Qusannoo Dargaggoo Mudarabaatti har’a qusachuu eegali!

ኢኮኖሚዎን አጎልብቶ፣ የወደፊት እጣ ፈንታዎን በሚያሳምረው፣ ሙዳራባ የወጣቶች ቁጠባ ሂሳብ ዛሬውኑ መቆጠብ ይጀምሩ::

#CoopbankAlhuda #MudarabahSavingsAccount #ProsperousFuture
14.0K views03:54
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-02-22 15:03:59
Hawaasaaf quuqamuun sona isaa ijoo kan ta’e baankiin keenya, humna anniisaa haaromfamaan kan hojjatan dameelee Iikoo 50 ol ta’an banuun tajaajila isaa qe’ee qonnaan bulaafi horsiisee bulaan gaheera.

ለማህበረሰብ ተቆርቋሪነት አንኳር እሴቱ የሆነው ባንካችን በታዳሽ ኃይል የሚሰሩ ከ50 በላይ ኢኮ ቅርንጫፎችን በመክፈት አገልግሎቱን ይዞ ከአርሶ አደሩ እና አርብቶ አደሩ ቄኤ ደርሷል፡፡

#CoopbankCares #GreenBanking #CoopEcoFriendlyBranches
13.8K views12:03
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-02-21 13:58:25
Jaarsoo Dhugoo, Abbaa Gadaa 75ffaa Gosa Oromoo Gujii ta'uun Baallii fudhataniiru.
Bara Gadaa MILKII haatahu!
16.9K views10:58
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-02-20 17:08:18
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa, siistama SACCO-Link hojimaata Waldaalee Hojii Gamtaa fi Yuuniyenoota liqii fi qusannoo, kenna tajaajilasaanii dijitaalawaa taasisu diriirsuufiin furmaata tajaajila baankii kalaqa teknoloojii gama dijitaalawaatiin siistama baankii wajjin wal simu qopheessee waldaalee faaynaansii hedduu fayyadamaa taasisuutti argama. Tajaajilichis imala gama tajaajila faayinaansiin dursuu baankichi qabate kan mirkaneessuudha.

የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ የብድርና ቁጠባ ማህበራትና ዩኒየኖችን የአገልግሎት አሰጣጥ ፍፁም ዲጂታል የሚያደርግ የSACCO-Link መተግበሪያ ሥራ ላይ በማዋልና ከባንኩ ኮር ባንኪንግ ሲስተም ጋር በማዋሃድ የቴክኖሎጂ ፈጠራ ውጤት በማቅረብ በዲጂታል ቴክኖሎጂ ረገድ የያዘውን የግንባር ቀደምትነት ግብ ያረጋገጠ ነው፡፡

#Coopbank #InnovativeBankingSolution
17.9K viewsedited  14:08
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-02-16 11:26:56
Imala Hajjii baranaaf qophaa’aa jirtuu?
Kaffaltii galmee imala keessaniif barbaachisu, dameelee Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa hundarratti haala saffisaa fi mijataa ta’een raawwadhaa!
Niyyaa keessan dhugoomfadhaa!
Koopbaank Alhuudaa, Shariika keessan Haqaa!

ለዘንድሮ የሀጅ ጉዞ በዝግጅት ላይ ነዎት?
ለጉዞዎ የሚያስፈልገውን ክፍያ በሁሉም የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ቅርንጫፎች በፍጥነት ይፈፅሙ!
ኒያዎን ዕውን ያድርጉ!
ኮፕባንክ አልሁዳ እውነተኛ አጋርዎ!
#Coopbank #HajjTravelrs #JourneyOfFaith
23.6K views08:26
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-02-13 17:26:23
25.7K views14:26
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-02-13 17:26:12 Waliigalteen kireditii kaarbanii gabaa idil-addunyaatti akka gurguramu taasisuun qonnaan bultoota hojii eegumsaafi kunuunsa bosonaarraa fayyadamaa isaan taasisu Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa fi Yuuniyenii Oomishtoota Bunaa Oromiyaa, dhaabbata idil-addunyaa, Misooma Bosonaa, Eegumsa Naannoo fi Wabii midhaan nyaataa mirkaneessuurratti hojjatu ACORN waliin mallattaa’e.
Waliigaltichi, sagantaa dhaabbatichi Itoophiyaa keessatti hojii misooma bosonaa fi eegumsa naannoo giddugala seera-qabeessa kaarbanii qulqulleessu uumuun gabaa idil-addunyaaf dhiyeessuu, misoomaafi guddina diinagdee hawaasa qonnaan bultoota naannoo haammateefi wabii midhaan nyaataa mirkaneessuu fi kkf irratti walta’iinsaan hojjachuudha.

የካርበን ክሬዲት በዓለም አቀፍ ገበያ እንዲሸጥና አርሶ አደሩን ከደን ልማት እና አካባቢ ጥበቃ ሥራ ተጠቃሚ የሚያደርግ ስምምነት የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክና የኦሮሚያ ቡና አምራቾች ኅብረት ሥራ ዩኒየን፣ የተፈጥሮና አካባቢ ጥበቃና የምግብ ዋስትና ማረጋገጥ ላይ ከሚሠራው ACORN ከተሰኘ ዓለም አቀፍ ድርጅት ጋር ተፈራርመዋል፡፡
ስምምነቱ ድርጅቱ በኢትዮጵያ በደን ልማት፣ አካባቢ ጥበቃና እውቅና ያለው የካርበን ክሬዲት ማዕከል በመፍጠር ለዓለም አቀፍ ገበያ ማቅረብ፣ የአካባቢዉን አርሶ አደር ኢኮኖሚ እድገት ያካተተ ልማት፣ የምግብ ዋስትና ማረጋገጥ ላይ በአብሮነት ለመሥራት የሚያስችል ነው፡፡

#Coopbank #ClimateAction #BenefitingSmallholderFarmers #Agroforestry
21.6K viewsedited  14:26
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-02-10 12:11:00
Kabajamtoota Maamiltoota keenya!
Komii kenna tajaajila keenyaarratti qabdan kamiifuu, lakk. Bilbilaa +251116162711 ykn +251994446070, akkasumas yaadaafi gaaffii qabdan karaa marsariitii baankii www.coopbankoromia.com.et fi Wiirtuu odeeffannoo 609, LSP. 16936 ykn Waajjira Muummee keenya, Finfinnee, daandii Afriikaa naannoo maqa Imbaasii Ruwaandaa gamoo RANG darbii 10ffaa qaamaan argamuun dhiyeeffachuu ni dandeessu!

ክቡራን ደንበኞቻችን!
የአገልግሎት አሰጣጣችን ላይ ማንኛውም ቅሬታ ካሉዎት በስልክ ቁጥር +251116162711 ወይም +251994446070, ለአስተያየትና ጥያቄ በዌብሳይታችን www.coopbankoromia.com.et ፤ በጥሪ ማዕከላችን 609 እና በፖሳቁ 16936 ወይም ዋና መሥሪያ ቤታችን ፊንፊኔ፤ አፍሪካ ጎዳና ሩዋንዳ ኤምባሲ መገንጠያ አከባቢ፤ RANG ህንፃ፤ 10ኛ ፎቅ በአካል ማቅረብ የምትችሉ መሆኑን በአክብሮት እንገልጻለን፡፡
#Coopbank #Customercomplaints
26.3K views09:11
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-02-08 16:08:08
Michuu Guyyaa fi Michuu Wabii haalaa fi sadarkaa daldala keessaniin wal simee, tooftaa dijitaalawaan isiniif dhiyaateera. Wabii malee Liqeeffadhaa! Maahii bahadhaa!

ምቹ ጉያ እና ምቹ ዋቢ ከንግድዎ ደረጃና ሁኔታ ተስማምቶ በዲጂታል ስልት ቀርቦሎታል፤ያለማስያዣ ይበደሩ፣ ይጠቀሙበት!

#Coopbank #MichuWabi #MichuGuyyaa #DigitalLoans
24.1K viewsedited  13:08
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-02-07 18:47:51
Hoggansi Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa Hoji Gaggeessaa Olaanaa dhaabbata VISA waliigalaa Mr. Ryan McInerney dabalatee, dhaabbatichatti Pirezidaantii Naannoo Giddugaleessa Awurooppaa, Baha Giddugaleessaa fi Afrikaa Mr. Andrew Torre, dhaabbatichatti Prezidaantii ittaantuu biyyoota Afrikaa Sahaaraan gadii Aida Diarra akkasumas Itoophiyaatti bakka bu'aa VISA Obbo Yaared Indaalee waliin hojiiwwan walta’iinsa dhaabbaticha faana jiru daran cimsuun dandaa’amurratti Wiirtuu Qorannoo Dijitaalaa (DX Valley) baankichaatti har’a marii milkaa’aa gaggeessaniiru.

የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ማኔጅመንት የቪዛ ዋና ሥራ አስፈፃሚ ሚስተር ሪያን ማክሊርኒ ጨምሮ የቪዛ መካከለኛው አውሮፓ፣ መካከለኛው ምስራቅ እና አፍሪካ ክልል ፕሬዝዳንት ሚስተር አንድሪው ቶሬ፣ የቪዛ ከሰሃራ በታች ያሉ የአፍሪካ ሀገራት ከፍተኛ ምክትል ፕሬዝዳንት አይዳ ዲያራ እና የቪዛ የኢትዮጵያ ተወካይ ከአቶ ከያሬድ እንዳለ ጋር በባንኩ የዲጂታል ምርምር ማዕከል ገንቢ ውይይት አድርገዋል። በውይይታቸው በባንኩ እና በቪዛ መካከል ያለውን አጋርነት በይበልጥ ማጠናከር በሚቻልበት ሁኔታ ላይ መክረዋል፡፡
#Coopbank #Coopbankpartnership
12.7K views15:47
ክፈት / አስተያየት ይስጡ