Get Mystery Box with random crypto!

Cooperative Bank of Oromia

የቴሌግራም ቻናል አርማ coopbankoromia — Cooperative Bank of Oromia C
የቴሌግራም ቻናል አርማ coopbankoromia — Cooperative Bank of Oromia
የሰርጥ አድራሻ: @coopbankoromia
ምድቦች: ኢኮኖሚክስ
ቋንቋ: አማርኛ
ተመዝጋቢዎች: 73.10K
የሰርጥ መግለጫ

Coopbank is the fastest growing bank in Ethiopia with the highest number of customers from private banks. The bank has a vision of becoming the leading private bank in the country by the year 2025.

Ratings & Reviews

5.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

2

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

0


የቅርብ ጊዜ መልዕክቶች 2

2024-04-15 13:32:23
Baankiin keenya, gamaaggama raawwii hojii karoora kurmaana sadaffaa irratti geggeessitoota sadarkaa hundarra jiran waliin Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti geggeessuun kallattii hojii ittaanu kaa’eera.

ባንካችን የሦስተኛውን ሩብ ዓመት ዕቅድ አፈጻጸሙን የሚገመግም፣ በሁሉም እርከኖች ላይ ያሉ አመራሮችን
ያሳተፈ ወርክሾፕ፣ በአዳማ ገልማ አባገዳ አካሂዶ ለቀጣይ ሥራም አቅጣጫ አስቀምጧል።

#Coopbank #PerformanceReview #Workshop #Adama
13.0K views10:32
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-04-13 12:41:08
Sanbattan Gaarii Qabaadhaa!
Ispoortiin qaama jabeessa; Ispoortiin Jabina, Ispoortiin Jaalala, Ispoortiin waa mara! ( Artist Alii Birraa)
Garee Kubbaa Miilaa Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa!

መልካም የሳምንት መጨረሻ ይኑርዎ!
ስፖርት ለአካል ጥንካሬ፦ ስፖርት ብርታት ነው። ስፖርት ፍቅር ነው። ስፖርት ሁሉም ነው። (አርቲስት አሊ ቢራ)
የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ የእግር ኳስ ቡድን!

#Coopbank #CoopbankFC #WeekendVibes #UnityInSports
12.9K views09:41
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-04-12 17:52:00
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa kalaqaa fi ce’umsa dijitaalawaaf kutannoo qabuu fi tattaaffii taasisaa jiruun ‘Temenos Hero Innovation Awards 2024’ gonfamuuf kaadhimamaa ta’eera.
Sagalee keessan kennuuf liinkii armaan gadii cuqaasuun bakka loogoon baankichaa jiru deemuun sagalee keessan baankii keessaniif kennaa! Sagalee guddaa kan qabu lakkoofsa 5, irraa ka’uun filachuu dandeessu!
Yadachiisa፡ Erga filattanii booda gara dhuma unkichaatti gadi bu’uun barreeffama “Submit” jettu irratti cuqaasuun raawwachuu keessan mirkaneeffadhaa!

የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ በዲጂታል ሽግግርና ፈጠራ ባለው ቁርጠኝነት እና በማድረግ ላይ ባለው ጥረት ‘Temenos Hero Innovation Awards 2024’ ለክብር ሽልማት ታጭቷል።
ድምጽ ለመስጠት፣ ቀጣዩ ሊንክ በመጫን ሎጓችን ያለበት በመሄድ፣ ለባንክዎ ድምጽዎን ይስጡ! ከከፍተኛው ድምጽ የላዉ 5ቁጥር በመጀመር ድምጽዎን መስጠት ይችላሉ።
ማሳሰቢያ፦ ከመረጡ በኋላ ወደ ቅጹ መጨረሻ በመውረድ "submit" የሚለውን ጽሁፍ በመጫንና ይህን ማድረገዎን እርግጠኛ ይሁኑ!
Voting Link: https://forms.office.com/r/7DHL9t1Y3g

#Coopbank #InnovationDigitalTransformation #VoteNow
13.1K viewsedited  14:52
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-04-09 21:00:15
Baga Ayyaana Iid Al-Faxir waggaa 1445ffaatiin nagaan isin ga'e!
Ayyaana gammachuu isiniif haa ta’u!
Iid Mubaarak!
Koopbaank Alhudaa, Shariika Keessan Haqaa!

እንኳን ለ1445ኛው የኢድ አል-ፈጥር በዓል በሰላም አደረሰዎ።
የደስታ በዓል ይሁንልዎ!
ኢድ ሙባረክ!
ኮፕ ባንክ አልሁዳ፣ እውነተኛ አጋርዎ!

#CoopbankAlhuda #EidMubarak #Ethiopia
13.4K views18:00
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-04-09 18:12:52 Exciting News!
Coopbank has been shortlisted for the prestigious Temenos Hero Innovation Awards 2024. This recognition underscores our unwavering commitment to innovation and our steadfast dedication to leading digital efforts in the banking sector. Our collaboration with Temenos has been pivotal in achieving this milestone. Together, we've partnered on groundbreaking digital initiatives.
Your unwavering support is crucial for Coopbank to triumph in the Temenos Hero Innovation Awards 2024. By casting your vote for our bank, you not only endorse our tireless efforts but also significantly contribute to Coopbank's success.
Please take a moment to click the link below and vote for Coopbank. Look for our logo and vote accordingly, with 5 being the maximum rating.
[Voting Link: https://forms.office.com/r/7DHL9t1Y3g]
Together, let's continue to inspire and lead the way in digital innovation!
Regards,
13.0K views15:12
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-04-08 17:03:24
Imalli xiyyaaraa karoorfattan yoo jiraate, fayyadamaa Kooppeey I-birri ta’uu malee, waajjira tikeetaa irra deemuun isiin irraa hin eegamu!
Tikeeta imalaa, Kooppeey I-birriin salphaatti kutachuun, mijaa’ina imala keessaniin basha’uu, ammuma eegalaa.

ያቀዱት የዓየር ጉዞ ቢኖር፤ የኮፔይ ኢ-ብር ተመዝጋቢ መሆን እንጂ የትኬት ቢሮ ማሰስ አይጠበቅብዎትም!
በኮፔይ ኢ-ብር የጉዞ ትኬትዎን በቀላሉ በመቁረጥ የጉዞ ምቾትዎን ከወዲሁ ማጣጣም ይጀምሩ።

#CoopBank #TravelEasy #CoopayEbirr #HassleFreeBooking
13.3K views14:03
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-04-06 21:56:22
Baankiin keenya, dhaabbata gorsaa idil Addunyaa ‘Makuta Law Firm’ jedhamu faana haala waliin hojjechuu dandaa'amurratti waliigaltee walta’iinsa tarsiimo’aa mallatteesseera. Walta’iinsi kunis hojiiwwan invastimantii biyya keessaa fi biyya alaa irratti waliin hojjechuu kan kaayyeffatee dha.

ባንካችን ስትራቴጂካዊ የንግድ አጋርነት ለመመስረት ከአለም አቀፍ አማካሪ ድርጅት ማኩታ የህግ ተቋም ጋር የመግባቢያ ሰነድ ተፈራርሟል። ይህ ስትራቴጂካዊ የአጋርነት ስምምነት በተለያዩ የሀገር ውስጥ እና የውጭ ኢንቨስትመንት እንቅስቃሴዎችን በጋራ ለመስራት ያለመ ነው።

#Coopbank #MakutaLawFirm #StrategicPartnership #InvestmentOpportunities
13.0K views18:56
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-04-01 17:15:41
Qabeenya horattan, rizqii keessan irraa,
Zakaa baafattan ogguu murteessitan,
Bakka keessan bu’uun, kan isinii qaqqabsiisu,
Qusannoo Zakaatiin, isiin cinaa jira.
Koopbaank Alhudaa
Shariika keessan haqaa!

ከሀብትዎ ቀንሰው ከርዝቅዎ፣
ዘካ ማውጣት ሲኖርብዎ፣
አንደርስዎ ሆኖ የሚያደርስልዎ፣
ዘካ/ዘካት/ የቁጠባ ሂሳባችን አለልዎ።
ኮፕ ባንክ አልሁዳ
እውነተኛ አጋርዎ!

#Coopbank #CoopbankAlhuda #ZakatSavings
13.0K views14:15
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-31 23:12:40
Baatii guddicha Ramadaanaa sababeeffachuun baankiin keenya, maamiltoota isaa Koopbaank Alhuudaatiif Hyatt Regency tti har’a sagantaa Ifxaaraa qopheesseera.
Sagantaa kanarratti Prezidaantiin BHGO, Obbo Darribee Asfaaw haasawaa taasisaniin, Koopbank Alhuudaan tajaajila baankii fedhii hawaasaa giddu gala godhatanirratti xiyyeeffachuun hojjechaa jiruun, milkaa’inoota gurguddaa hedduu gonfachuu eeranii, tajaajila kanas daran dhaqqabamaa taasisuuf sochii gama dijitaalawaatiin taasisaa jiruun tibbana Applikeeshinii KoopApp Alhuudaa ifoomsuusaa yaadachiisaniiru.

ባንካችን ታላቁን የረመዳን ወር ምክንያት በማድረግ ለኮፕባንክ አልሁዳ ደንበኞቹ በሃያት ሬጀንሲ ዛሬ የኢፍጣር ፕሮግራም አዘጋጅቷል።
በኘሮግራሙ ላይ የባንካችን ፕሬዝዳንት አቶ ደርቤ አስፋው፣ ኮፕ ባንክ አልሁዳ የማህበረሰቡን ፍላጎት ያማከለ የባንክ አገልግሎት በመስጠት በርካታ ትልልቅ ስኬቶችን ያስመዘገበ መሆኑን ገልጸው፣ እነዚህን አገልግሎቶች በይበልጥ ተደራሽ ለማድረግ በቅርቡ ኮፕ አፕ አልሁዳ ዲጂታል የባንክ አገልግሎት መተግበሪያ ይፋ ማድረጉን አስታውሰዋል።
#CoopbankAlhuda #RamadanIftar #Ethiopia
13.2K views20:12
ክፈት / አስተያየት ይስጡ
2024-03-22 10:48:09
Ramadaan, Yaa Ramadaanaa….

ረመዳን ሆይ ረመዳን…

#CoopbankAlhuda #RamdanMubarek
13.7K viewsedited  07:48
ክፈት / አስተያየት ይስጡ