Get Mystery Box with random crypto!

Baankiin keenya, dhaabbata gorsaa idil Addunyaa ‘Makuta Law Fi | Cooperative Bank of Oromia

Baankiin keenya, dhaabbata gorsaa idil Addunyaa ‘Makuta Law Firm’ jedhamu faana haala waliin hojjechuu dandaa'amurratti waliigaltee walta’iinsa tarsiimo’aa mallatteesseera. Walta’iinsi kunis hojiiwwan invastimantii biyya keessaa fi biyya alaa irratti waliin hojjechuu kan kaayyeffatee dha.

ባንካችን ስትራቴጂካዊ የንግድ አጋርነት ለመመስረት ከአለም አቀፍ አማካሪ ድርጅት ማኩታ የህግ ተቋም ጋር የመግባቢያ ሰነድ ተፈራርሟል። ይህ ስትራቴጂካዊ የአጋርነት ስምምነት በተለያዩ የሀገር ውስጥ እና የውጭ ኢንቨስትመንት እንቅስቃሴዎችን በጋራ ለመስራት ያለመ ነው።

#Coopbank #MakutaLawFirm #StrategicPartnership #InvestmentOpportunities