Get Mystery Box with random crypto!

Qabeenya horattan, rizqii keessan irraa, Zakaa baafattan oggu | Cooperative Bank of Oromia

Qabeenya horattan, rizqii keessan irraa,
Zakaa baafattan ogguu murteessitan,
Bakka keessan bu’uun, kan isinii qaqqabsiisu,
Qusannoo Zakaatiin, isiin cinaa jira.
Koopbaank Alhudaa
Shariika keessan haqaa!

ከሀብትዎ ቀንሰው ከርዝቅዎ፣
ዘካ ማውጣት ሲኖርብዎ፣
አንደርስዎ ሆኖ የሚያደርስልዎ፣
ዘካ/ዘካት/ የቁጠባ ሂሳባችን አለልዎ።
ኮፕ ባንክ አልሁዳ
እውነተኛ አጋርዎ!

#Coopbank #CoopbankAlhuda #ZakatSavings